#OromoProtests Inna lilahi wa inna Ilayhi rajiuun, Dhiha Arsi Asasa, Mootummaan wayyaanee waadaa cabsun Ummata nagyaan hiriira bahe irratti tarkaanfii haleellaa fudhata jirti, Tarkaanfii lubbu ofi …
Read More »#OromoProtests, Mormii legahaar finfinnees kana fakkaata
#OromoProtests, hiriira seena qabeessa magaalaa gudditti Oromiyaa Finfinnee keessatti alaabaan Oromoo sodaa tokko male mirmirfamaa jirti.
Read More »#OromoProtests, Kofalee yeroo ammaa
#OromoProtests, Dodolaa hanga Waabeetti guutanii deemaa jiru
Godina Boorana magaalaa bulee Horaatiis bifa kanaan itti fufe jia.
#Oromoprotest, kibba lixaa magaalaa Walisoo
Ilmaan Oromoo dhalootaan naannoo Jimmaa taatan maraaf!
(Waamicha kana hatattamaan walii raabsaa, keessumattuu warri gara Jimmaa) Waamicha seenaan isinii dhiheessaa jirtu jalaa yeroodhaan owwaadhaa! (Boruu Barraaqaatiin) Oromiyaan ciniinsuu warraaqsaa irra jirti. Bilisummaa …
Read More »#OromooProtests Dhaamsa Ariifachiisaa Amma Barattootni Yuunivarsiitii Madda Walaabuu dabarfachaa jiran.(waliif Dabarsaa)
Nuyi Barattootni Oromoo Yuunivarsiitii Madda Walaabuu halkan edaa yeroo sadaffaaf diddaa itti fufnee jirra. Halkan darbe kana humni waraanaa ifaa balleessuun mooraa Yuunivarsiitichaa weeraruun …
Read More »S I I F S I I N—Barruu Oromiyaa keessa caf’ jedhee guute….
Bu’aa Ba’ii Maraa Dabarsinee kunoo SIIFSIIN jildii 7ffaa saba Oromoon geenyee jirra. Dabalataanis, Jildii 8ffaa hojjennee xumuruurratti argamna. Qabiyyeewwan utubaa sadii gurguddoo jalatti kan …
Read More »MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Shanaffaa
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa shanaffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma …
Read More »