Gaafiif deebisaa RSO waayee Gochaa suukanneessaa baqattoota Oromoo yeroo ammaa mudachaa jiru …
Read More »ODUU WAAYEE BAQATTOOTA OROMOO BIYYA YAMAN
BALAA LAMMIIWWAN OROMOO MUDATE 1. Suraaleen lamaan duraa dargaggoota Adan keessatti torbaan dabre dhawan mul’isan (maqaa fi bakki dhalotaa illee beekamee jira). 2. …
Read More »MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Lammaffaa
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, isa kutaa tokkoffaa keessatti isiniif dhiyaate akka argachuun duukaa-buutan abdiin qaba. Kunoo, ammammoo kutaa …
Read More »South Africa: Xenophobic attacks against black “foreigners” spreading
Xenophobic violence has spread to South Africa, while poverty stricken foreign nationals in six of South Africa’s nine provinces seek ways of returning to their …
Read More »Obboleewwan lama turan kan dukkana isaanii keessatti ibiddi itti lakkifame. Tokko lubbuun isaa dabrite, inni lammaffaa hospitaala jira.
Hookkarri lammiilee biyyoota Afrikaa biroo kanniin Afrikaa Kibaa keessa jiraatan irratti xiyyeeffate torbaan kana keessa babal’achuu isaati kan gabaafame. Lammiileen Itoophiyaa Afrikaa Kibbaa jiraatan kanniin …
Read More »Kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo Magaalaa Torontoo Ebla 11, 2015 kutaa 1ffaa
RDH: Rakkoon keenya guyyaarraa guyyatti hammaachaa deemaa jirti
Nuti akka nama bishaaniin liqimfamee harka ola qabaa jiru waan tahee nutti dirmadhaa!! Addunyatti nuuf iyyaa!! jedhu baqattoonni Oromoo ka yeroo ammaa biyya Yaman keessa …
Read More »Obboleewwan keenya Biyya Yamanitti Humnoota hin beekkamneen Ukamfamanii kan turan, gadi Lakkifamuun isaanii dhagayame.
Haala Baqattoota Oromoo Yaman yeroo ammaa
Halleellaan Xayyaarri biyyi Sa’udi Ti fi kanneen biroo Dabalate Magaaloota Yaman mara Rukutaa jiru eega jalqabe Guyyaa 13 gaheera, kanumaan walqabatee guyyaa kaleesaa fi arraa …
Read More »