Du’a dheefa, du’a dheyxee… Yaa lammikoo, karaa meeyxee ? Nama keessaa si filattee Goojjo teetii gad darbitee Qeheef maatiin gargar baaftee Lagaa gaaraan baaftee buuftee …
Read More »Walaloo Afaan Oromoo GOOTOTA
“YAA CALANQOO LOLAA..!”
Galmee injifannoo si yaa dirree duulaa, Gootummaa abbootiin si keessatti laala, Dhiigni galaanawee sirra yaa’e akka lolaa, Bar dhibba caalaa, lafee dhabde awwaala, Hanga …
Read More »Mohamed Sheka, KASIM-Barroo and Callaa Carcar rocking in Calgary
https://www.facebook.com/video.php?v=346537268844538
Read More »BIYYA TUFFATAN HARREEN GARMAAMAN !!
KALEESSAF DHEENGADDA, KICHUU HEDDUU MURTEE DHIIRAA DHALAAN JENNE HUNDHEEDHUMAAN HAAMTE. bineensa bosonaa, boqonnaa dhorkitee mukkeen gurguddaadhaa, gaaddisayyoo cirtee, lafa safuu qabu kununsurra, falfalaan buqqiftee …
Read More »Walaloo Afaan Oromoo/Moosinni Ni Dabra
Walaloo: Waanjoo Gabrummaa
Najiib Zannuun
Read More »Baraatu hammaate moo namaatu hammaatee?
Najiib Zannuun
Read More »OFIRRAA KAASI MALEE*
Taammanaa Bitimaa irraa Ginni bittaa-Maqalee Jarri qawween as galee Akkuma Minilik-faa Uummata keenya qalee Ijoollee teenya qalee Yaa Oromoo …
Read More »Baraat hammaate moo Numaatu hammeessee?
Bara barri hammaatee dubbiin gara galte, Bara wanni hundi faallaatti geeddaramte, Hamileen duraanii hundi qabbanooytee Wanti jechaa turan hundinuu hanqattee Dubbiin duraaniitis hundi qaqallattee, Tan …
Read More »