Gucnii kee hin dhaamnee Xamborii kee xiqqashoon daamootiin kee diqqayyoon Kan dukkana roba kessa gaafas calaqqisttee Dhimimissaa cimaa kan caaltte hundaan Samiif dachii dhiphatte …
Read More »Dammaqii saba koo !
By Hawi Olani Kesesa Ashama ashami jirtuu jadhetan eegala Mootummaa norwayeen galatooma jedha jechako jalqaba Oromoon dhiphatee galgalaaf ganama gadi bu,’aa ilaalaa rakko saba kana landi …
Read More »Dhaabni suuqii tahee..Magaalaan oowwitee?
Duuraan nu fakkaattee gadheen nutti maltee Dubbii mammaaksaan Oromoon dubbattee; “Fira fakkaatee Risaan Shimbir nyaatee” Kunoo hubadhu mee dubbiin akkas taatee. Irbuu kalee seenuun manaa …
Read More »Si komadhe yaa gaaddiduu koo!
Saalfii fi komii hin beektuu Akka namaa of dandeessee hin deemtuu Maaliif na akkeessitaa yaa gaaddidduu? Yoon deemu nawajjin deemta Jooraa ooltee nawajjin galta Ofirraa …
Read More »Diina guyumaan qalu nama isaa Namomaan aleen wajji itti tumsaa
Akkana Aanaan irraan eegganne Maalumaa keeyssaa luqise onnee Diina guyumaan qalu nama isaa Namomaan aleen wajji itti tumsaa Mar’imaan darbbaafi liqimsee tiruu Nyaatee madaqeef dabeesaaf …
Read More »Hanggaan fannafadhu lallabee si yaamee
Suma barbbaadata lafa meeqaan deemee Oduman siif iyyuu mataan na molaawee Arriin naan facaate dullomee goollaaawe Gaara dakhan jenne dachii wali gahee laggeen meqa ceehee …
Read More »Bilisummaan ni arkata abbaan kha’ee falmmatu
Alaabaa nagayaa ipsituu biyyayyuu Jaalataan khee haa carraaqu guyyuu Kha’e gallaanni toowarraa laga hunddaa danqaree Nyamnyamiifi jawwisaan mooji garaani goree Dhiqee bareeche kharaa warri hamaan …
Read More »Waggaa meeqa guutuu itti ifaajanii Afaan Oromootti qur’aana hiikanii Sagalee qulqulluun gurra nu buusani
Dhugaaf kutateeti seene kharaa…
Dhugaaf kutateeti seene kharaa Hacuuccaa didee barbaada furaa kharaa walbaa bal\’isee banuuf Booree cubbuufii cubbissa cubbo Dhawee gombisuf abbotii shiraa Buqqase darbbuf gufuuf if duraa …
Read More »Gaafa manaa bahu jalqabuma duraa
Haadhaa fi abbaa obboleeyyan mara Ollaa fi ganda ahliidhaa fi fira Osoo hin jaalatin sosssobachaa garaa Dirqamuma ta’eef ka’ee bu’e karaa. Amna jalqabuuf galaa …
Read More »