AL-JAZEERA-AMERICA Many refugees and asylum-seekers from Somalia, Ethiopia and Eritrea say they have nowhere else to go April 18, 2015 8:00AM ET by Michael Pizzi …
Read More »Iyyannoo Baqattoota Oromoo Aden/Yemen
Irraa: Baqattoota Oromoo Adan-Yaman. Gara:Qaama Dhimmi kun ilaalu hundaaf: Ebla 19/2015, Dursinee nagaa oromummaa fi obbolummaa keenya isiniif dhaamna.Itti aansinee gara yaada keenyaatti yoo deebinu …
Read More »RSO: Haala hama yeroo Ammaa baqattoota Oromoo Yamanii fii Afrikaa Kibbaaartti raawwatamaa jiru
Gaafiif deebisaa RSO waayee Gochaa suukanneessaa baqattoota Oromoo yeroo ammaa mudachaa jiru …
Read More »RDH: Rakkoon keenya guyyaarraa guyyatti hammaachaa deemaa jirti
Nuti akka nama bishaaniin liqimfamee harka ola qabaa jiru waan tahee nutti dirmadhaa!! Addunyatti nuuf iyyaa!! jedhu baqattoonni Oromoo ka yeroo ammaa biyya Yaman keessa …
Read More »Oromo TV:Marii Hawaasa Oromoo Minnesota balaa baqattoota Oromoo Yeman
https://youtu.be/OUSupRpj8oo
Read More »Obboleewwan keenya Biyya Yamanitti Humnoota hin beekkamneen Ukamfamanii kan turan, gadi Lakkifamuun isaanii dhagayame.
Oduu Gaddaa,(YAMAN): baqatoonni Oromoo lama kan biyya Yaman keessa jiraatn rasaasa baraariin madaawan
Guyyaa Arraa Kana Magaalaa Sana’aa keesatti Rasaasni Qabbanaawaan kan samirraa gaddeebi’e Shamarran Baqattoota Oromoo lama 1,Hawaa Ahmad Abdulla, 2,Khadija Mohammad Xahir, kan ja’aman irra …
Read More »Lolli Yemen keessaa itti fufee jira. Baqattoonnis lola kana giddutti danqamne jedhu
WASHINGTON DC— Baqattoonni Yemen keessa jiran yeroo ammaa rakkoo hamaa keessa jiraachuu isaanii dubbatu. Dhukaasi magaalaa nuti keessa jirru Aden keessatti waan geggeessamaa jirruuf gad …
Read More »Iyyata Lammummaa L.K (2) (TBHOY.)
Akkuma Kana Dura iyyata Lammummaa Gara Hawaasa keenya kanneen Biyya Ambbaa keesa Jiran ammallee Miidiyaalee Dhimma Hawaasa Baqattoota Oromootiif Dhaabbatan akkasuma Walii gala Warroota …
Read More »Dozens missing as migrant boat capsizes off Yemen
At least 35 people missing after boat carrying African migrants overturns in bad weather near the Bab el-Mandeb strait. Read more
Read More »