Waamicha waligayii Tokkummaa Barattoota Oromoo Jarmanii (TBOJ) | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

Waamicha waligayii Tokkummaa Barattoota Oromoo Jarmanii (TBOJ)

Adeemsa hojii TBOJ fi haala qabsoo bilisummaa Oromoo irratti mariyachuuf koree hojii geggsituun gaafa Waxabajjii 22 (sanbata duraa) bara 2013 waaree boda saatii 14 :00tti magalaa NureenBerg kessatti waligayii miseensotaa egaluf qindaawera. Waligayiicha irratti bakka bu`onnii Adda Bilisummaa Oromoo argamuun ibsas ni kennu.
Kanaafu miseensoti damilee TBOJ martinuu akka sagantaa waligayii irratti yeroon argamtaniif kabajaan isiin aferra.
Qunnamtii: Odeefannoo dabalataan argatuuf
015210536858 fi tboj.uosg@gmail.com
Injifatnoon ummata Oromoof!
Koree hojii geggesitu TBOJ
Waxabajjii 14 bara 2013

Check Also

kadiir Juhaar

Siyaasaa fi amantii

Akkuma beekkamu baroota dabran keeysa gaafa mootummaa EPRDF sanitti hoggansa amantiin isaa islaama tahe irra …