Oduu Haaraya
Naaimaa Nuuree

Yaamicha Warra Su’uudi Jiraatuuf Dhiyaate

Obboleettiin teenya Naa’imaa Nuuree Abdulqaadir Haajjii godhuuf jecha Makkaa dhaqxe achitti nurraa badde haga amma hin mul’anne. Kanaafuu namni bakka ishiin jirtu beeku akka nu qunnamtan maqaa Rabbii guddaatiin isin gaafanna.

Warra Su’udii jiraattan Telefoona kanaan fayyadamaa

Samiiraa Haaji Saanii: Jiddaa: 996-549- 54 19 53

Biyya keessaa ammoo 0916-82 08 91 irratti bilbiltanii nu qunnamuu nidandeessan.
——
Dhamsi kun namoota hedduu bira akka gehuuf “share” nuuf godhaa

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …