Oduu Haaraya

Yunversitii Wallaggaa keessatti namni sadii ajjeefame jedhu

Yakka waraannii fi poolisootni faashistii wayyaanee guyyaa kaleessaa barattoota Oromoo Yunversitii Wallaggaa karaa nagaa mirga falmatuuf yaalan irratti raawwatekeessaa suuraan kun waan haalaan xiqqoo ta’e ibsa. Barattootni 3 du’uun gabaafameera.

Haala kaleessa magaalaa Naqamtee ture VOA Afaan Oromoo guyyaa kaleessaa galgala darbe caqasuun dhugaa jiru baruun ni danda’ama. Kana caalaa waan eeggannu jiraa ree! Murtiin dhumaa kaanee gamtaan falmachuun ala homaa waan hafe hin jiru.

Check Also

duubbee

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have …