Oduu Haaraya

Gaafa Jaarsi kiyya Du’ee Haarreen Qalaa..

Hegeree Oromiyaatiin

Dubartiin Sa’udii takka Magaalaa Makkaarraa Gaafa Jaarsi kiyya Du’e “Harreen Qalaa jattee ofirratti Qodhaa gotee jirti” Gaazexaan Oduu 24 ja’amuun beekkamu akka gabaasetti Dubartiin tun Magaalaa Makkaa Sa’udii Arabiyaarraa itti Gaafatamaa ” Hey’at Al-Amri Bil Ma’aruuf ” هية الامر بالمعروف Makkaatiif Mobaayilaa Bilbiltee ” Gaafa Jaarsi kiyya Du’ee Haarreen Qalaa Ja’ee Rabbiif Ballama seenee waaniin jiruuf , Erga Yeroo dheeraa na rakkiisaa turee amma Du’ee waan jiruuf Qodhaa (ballamaan) ofirratti Goytaaf Seenee san gutuun narratti jiraata jattee gaafatte ? Debisaan shekh Al-Muxlaq ” Akka armaan gadii kanatti deebiseef. “Qodhaa Rabbiif jattee ofirratti murteysite san Eega inni du’ee gutuun sirratti murtaawee jira . Garuu Harree hin qalinii waanuma biraa laali qali jechaa debiseef”

guutuu waan kanaa

Check Also

abuna sawiroos

Gaaffilee bu’uraa ummata Oromoo fii Sabaaf Sa-blammoota Ortoodoksii

1. Abboota Afaan, aadaafi Safuu ummata keenyaa beekaniin yaa tajaajilamnu 2. Durii Kaasee Manni Kiristaanaa …