IJoollee Oromoo Lama Kanneen Enyummaan isaanii Hin beekkamin isaanii Gara Sa’udi Arabiyaa Deemaa jiru, Guyyaa 11/12/2014 Daanggaa Biyya Sa’udi Arabiyaa Qaxxaamuruun Naannoo NAJRAN ja’amtutti Rasaasa ibiddaa Poolisii ittisa Daanggaa Biyya Sa’udii tiin Rukutamuun Ajjeefamuun isaanii mirkanaawe.
Namoonni Suuraa iJoollee tanaa Daawachuun Beektan yoojiraate akka Warraa maatii isaanii beeysiftan Dirqama Oromummaatiin Khabajaan Isin gaafanna.