Oduu Haaraya

Abjjuun Baraa Dheeraa!!

Walirrati hin duullu galiin teenya takkaa
Kha hojjatuu tolcha kha hojatuu tolchaa

Jalallee Dabarttee yoo namani waa yakkee
Aanaa dhaatu gorssa yoo badii itti arkkee

Laafinni khoo cimu kharaa sitin cufuu
Ati na hooggani ani haa si hordofuu

Wilii dhaa hin dabarree hiree jabdduu jiraa
Asitin dhaabbatu kharaan keenya dheeraa

Warraqsi haa cimuu falmmiin haa jabaatuu
Abjuun bara dheeraa akka fiinxa baatu

Tokko tahaa wal qabadhaa
yaa ilmman aayyoo tiyyaa
Wal faffacaasuun isniif gayaa

Check Also

Tsegaye Gebremedsion

Walaloo: Hirriibaatu nama raffisa

“Callisi jennaan, haa callisani” Akka isaan na dhiisan godhe Isaan hin tuqu isaan hin ilaalu” …