Oduu Haaraya

Oduu Addunyaa

Qabsoo maqaa dhooftee KADHAAF marxifattee, Osoo mana jirtuu nan hidhame jettee, osoo hin tuqamin nan reebame jettee,,

xalayaa tiyya

Qabsoo dhiigaan dhufeen kan daldalaa turtee,, Bilisummaaf miti DOOLAARA barbaachaaf wareegamuuf kaatee ??? kekekekekekeke Qabsaa’aa fakkaattee iyyitee wawwaattaa,, Lammii gowwomsitee imimmaan harcaaftaa,, osoon isin qabuu …

Read More »