Akkas jedhe gamni:- Nama jechuun; Kan dhugaaf xaare Kan lammii ijaare Kan sabaaf dhaabbate Kan sabaaf falmate Qabeenya jechuun Kan lammii ijaare Kan abdii …
Read More »Ethiopia: University Holds First International Oromo Studies Conference
By Mengisteab Teshome The 1st International Oromo Studies Conference was held Saturday at Jimma University with the theme: ‘Oromo Knowledge Systems and Practices’ whereby researchers …
Read More »JECHOOTA GAMNAA KUTAA 6FFAA
Mucaa Gamnaa fi Ilma Nugusaa Ilmi nugusaa mucaa hiyyeessa gamna wayii qore. Innis mucaa hiyyeessa garuu gamna akka tahe hin beeku ture. Garuu …
Read More »JECHOOTA GAMNA OROMOO KUTAA 5ffaa
Waa shan raagaa waa shan raankee 1ffaa waan beeku haasayo raagaa waan hin beekne haasayo raankee 2ffaa waa qoro raagaa waa hin qorre …
Read More »EENNU MUUDAMAA EENNU MUDDAMAA?
Eennu muudamaa eennu muddamaa Eennuu hin muudamuu eennuu hin muddamuu! Eennu hin shaaramuu eennu hin shuumamuu! Jarri bar nugusaa Eennu isaan kaasa? Kan inni …
Read More »JECHOOTA GAMNAA/HAYYUU OROMOO KUTAA 5ffaa
Oromoon namni nama sadiif tola oole bu’aa guddaa argata; namni nama sadiif tola oole ammo faallaa saniiti jedha:- Sadan tola oolan bu’aa guddaa …
Read More »DUBBISUUN DHOORKADHA
1.Gad aantummaan yoo sitti dhaga’ame muka yaabbadhu!. 2.Nama sammuu madooshaa qabutti namni hundinu mismaara fakkaata. 3.Tokko jaallachuun dirqama, lama jaallachuun daldala, sadii jaallachuun garuu …
Read More »ANI DHIISEE HAASAWA DHAMAAYYUU
An dhiisee haasawa dhamaayyuu Osoo dhiifnee nu hunduu bar hayyuu Ittuma dhiisuu isiniif hin wayyuu? Kijibdee ammas olii gad dhayuu Bar kun afaanumaa bushaayuu!! Bushaayuu …
Read More »TOKKO MILIYOONAA KA DALDALU
Tokko miliyoonaa ka daldalu Tokko waan nyaatu dhabeetii qooqa kan bulu Waan kana maaf hin furre namni dhimmi laalu! Dhugaa kun waan hin jaalatamnee …
Read More »JECHOOTA GAMNAA KUTAA 4FFAA
Gamteessaa Sabaa Mucaa Gamna:- Mucaan Gamni Wayii Daldalaa Wayiitin Wal Lolee Yeroo wayii namichaa daldalataa woytuu ture. Innis kan qabeenna karaa dharaatiin guurratee of …
Read More »