Oduu Haaraya

Barattoonni Yuniversitii Mattuu akkuma yuniversitoota bira FDG irratti sagalee isaanii dhageessisaa jiru

Oduu oowwaa:
Barattoonni Yuniversitii Mattuu akkuma yuniversitoota bira FDG irratti sagalee isaanii dhageessisaa jiru. Barattoonni kun mormii FDG irratti qaban sodaa tokko malee haala gaariin karaa nagaa ta’een yaada isanii dhaadannioo waliin dhageeassisaa jiru. Jabaadhaa sabboontota oromoo,
Injifannoon ummata bal’aa oromoof.

Check Also

roobee20160806

‪#‎Oromoprotests,‬ Hiriira mormii nagayaa Baalee Roobee yeroo ammaa