Wanti waaqni nu umeef bilisaan akka addunyaa kana irraa jiraannuf. Garuu namni humna walii wal irrattii ilaalachuun dantaa mataa ofii mo’achiisuuf jechaa bilisummaa dhunfaa …
Read More »Hin seenu mana gumaa!!!
Hin seenu mana san haaloon irraa qaba Waan baay’ee na miidhan aariin garaa qaba Tokkoyyuu hin dagadhu ani gocha isaanii Har’as itti jiru isaan …
Read More »Jechoota Hayyootaa!!!
Jajjabee Biyya keessaa ~ Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hin taane, nama sammuu hiyyoomeedha! ~ Beekaa jechuun nama dogoggora ufii ufitti beekee, irraa sirraa’eedha! …
Read More »Ayyaanota Oromoon kabajatuu kaamfaa beektta?
Duraa otuu barruu keenyya kan har’aa kana hin dubbisin waa isiin yaadachifnna! Akkuma beekamuu ummanni keenyya wagga waggan ayyaana irrechaa kabaja garuu ummanni keenyya irra …
Read More »IRREEECHI AYYAANA EENYUUTI? AKKAMITTI EEGALE?
Qophiin: Urjii Ahmad Ayyaannii Irrechaa Maali?Irrecha jechuun Hikkaan Isaa gabbaruu ykn Ibaadaa godhuu jechuudha.Hikkaa Isaa kanarraa wanni hubannu Ayyaanni kun ayyaana Ibaadaa itti godhan, kan …
Read More »#YAARABBI》
JIREENYUMA!
Takka gadoo takka oloo Takka rakkoo takka balloo Takka nagaa takka haaloo Takka orraa takka hebaloo Jireenyumaa tunis maaloo! Kuun ni ciisa kuun ni mugaa …
Read More »MURANNOON HAA KAANU!
Rooba keessa dhukkee kaasuun wahi jirtiiSabaaf kan if kanne lubbuusaa takkittiiGoonni dirree jiraa hin riphne manattiiKunneen ‘facebook’ gubbaa olola afuuftiiGurratti hin qicannu lola interneetiiDubbii tana …
Read More »“#YOOMI_BARIITI_LAATA???
Halkan Nutti Cimee Dukkannis Hammaatee Dukkana Ulfaatee Bineensi Nunyaatee Ifa lafa Yaadnee Eegganees Nidhabnee Aduun Calaqqistuun Irribaa Nuu Hinkaafne Lukkuun Hin Iyyine Simbirroonni Hinwacne Urjiileen …
Read More »~~MOOSINNI NI DABRA!~~
Abdii hin kutatin teessee hin hifatinHiraarteen cinqatin ustee hin rakkatinIfiin if eergartee Nama hin komatin!Osoo human qabduu odoo yeroon jirtuuKan ariitee qabdu osoo fiiydee baatuuMoosinni …
Read More »