Nuti Waaqaatu nu file oromoo irratti.. aago irra hin buunu hanga lubbuun jirrutti.. kana beekuu qabdan isin hundi.. filmaata filmaata jechuun lallabdanii.. mee ni garra …
Read More »GOSA DARGAGGOOTA KEENYAA !!!!!!!
Gosa dargaggoota zamana keenya kanaa bakka Afuritti qoodnee laaluu dandeenya. Gosa 1ffaa. warra haraaraa ( suusii) adda addaatiin rabbiin isaan mokkore. Gosa 2ffaa. rabbiin haraaraadhaan …
Read More »Magaalaa Dirree Dawaa Hayyuu fii Sabboonaa isii Dr. Sheek Muhammad Rashaad Abdullee sirna boonsaan awwaallatte
SEENAA BARREEFAMA AFAAN OROMOOTIIFI SHOORA DR. SHEEK MAHAMMAD RASHAAD
Dr. Abdulsemed Mohammed Afaan meeshaa walqunnamtiiti; mallattoo eenymmaatiisi. Akeeka barruu tanaatiif meeshaa walqnnamtii tahuu isaa haafuulleeyfannu. Meeshaa walqunnamtii hoggaa jennu moggaalee lama walitti fida; akka …
Read More »Shaakala Afaan Oromoo kana itti of ilaali
Barumsa afaan Oromoo Shaakaluuf As Tuqaa Hubachiisaa!! jechoonni baruumsa kana keessatti itti gargaaramne garri tokko kan Taammanaa Bitimaa ti Kabajamtoota daawwattootaa fii dubbistoota marsaa kanaa …
Read More »Bilisummaan ni arkata abbaan kha’ee falmmatu
Alaabaa nagayaa ipsituu biyyayyuu Jaalataan khee haa carraaqu guyyuu Kha’e gallaanni toowarraa laga hunddaa danqaree Nyamnyamiifi jawwisaan mooji garaani goree Dhiqee bareeche kharaa warri hamaan …
Read More »Waggaa meeqa guutuu itti ifaajanii Afaan Oromootti qur’aana hiikanii Sagalee qulqulluun gurra nu buusani
INA LILAH WO’INA ILEH RAJI’UN
Dr Muhamed Rashad Kabir Abdule Mamaya Carcar gama Akhirat deeman Radio bbn Afaan Oromotin Biyat Itophi’a keeysat yeero jalqabaf qurana qulqulu Afaan Oromoti hikudhaan hawasa muslimafi …
Read More »Obituary: Dr Sheik Mohammed Rashad Kabir-Abdullee
Dr Shek Muhammad Rashad ( full name: Muhammad Rashad Kabir Abdulle Mummayyaa Carcar ) was born in 1934, in Eastern Oromia, Carcar Laga Arba, in …
Read More »