OPDO Qormaata Maastara Plaanii Kufe.
OPDO Qormaata Maastara Plaanii Kufe. (Oromedia, Finfinnee, 14 Muddee 2015) OPDOn dhimma maastar pilaanii irratti hojii manaa itti kenname waan hin hojjanneef, qoraamata kufuun …
Read More »Iccitii “Maastar plaanii” Wayyaanee fi Danbalii Galaana Uummataa Oromoo
Iccitii “maastar Plaanii Wayyaanee” marsaa 1ffaa, 2ffaa fi 3ffaa. Marsaa 1ffaa:- Tooftaa “magaalaa Finfinnee babaldhisuu” jedhuun jiddu gala Oromiyaa (Showaa) handhura Oromiyaa keessaa addaan kutanii …
Read More »Ethiopia: Outcry As Oromo Protests Turn Violent
By Merga Yonas Opposition groups say security forces have killed 20 people in three weeks of protests over a government re-zoning plan. Members of Ethiopia’s …
Read More »OPDO is under attack
This week TPLF has decided to temporarily suspend OPDO from the party until Oromo leaders submitted to TPLF demands and controlled their population. Currently there …
Read More »Yemen Magaalaa Sana’aa keessatti hiriirri diddaa master planii barattooni biyyaa itti jiran deeggaru gad geeyfame
Akkuma barattoonni biyyaa dhakaan diina dura dhaabbachuun mormii dhageessisan Oromoon adunyaa kana keessa baqatummaan jiran hunduu Sagalee dhageessisaa jiru harra. Yemen Magaalaa Sana’aa keessatti hiriirri …
Read More »Walgahoota Waldaa Hawaasa Oromoo Awuroopaa (WHOA)/ Oromo Community Association in Europe (OCAE) e.V. (Inc.) bara haaraa 2016 keessa ji‘a ji’aan ykn ji’a ji’aa lamaan gaggeeffamaan
Waamicha: Amajjii 1/ 2016 akka DC sa’a 2=00 pm fi akka Awrooppaa sa’aa 8:00 galgala irraa kaasee Karaa sararaa paltolk Mana wiirtuu Gadaa Bilisummaa …
UUMMANNI OROMOO USA keessa jiru dhaamsa kana waliin gahaa… Call Your Senators TODAY!
Senaateroota Keessaniif Bilbilaa! Since its initial involvement, the U.S. Government, through the Agency for International Development and predecessor agencies, has assisted the Ethiopian Government’s …
Read More »