ADDIS ABABA, Ethiopia (The New York Times) — Like the visit to Kenya, President Barack Obama’s trip Sunday to Ethiopia represents the first time a …
Read More »Waadaa Wayyaanee Kijibaan Hawwatamanii Owwaatuun, Dantaa Ummata Oromoo Fi Wareegama Qabsaawotaa Kabajaa Dhorkatuu Dha
Mootummaan Itophiyaa murna bicuu Wayyaaneen durfamu QBO gufachiisuuf tooftaalee adda addaa baafatee hojjataa akka turee fi jiru lammii Oromoo jalaa dhokataa tahee hin beeku. Haalli …
Read More »EBBAA BARNOOTA OL-ANNNOO BARA 2015
Baraa kana jechuun baraa 2015 kessaa unveristiin biyyaa Ethiopia martuu haala hin baraamnen Ejejjaa , Motummaa wayyaanettin osoo barattoon KORSII FI RISAARCH hin xumuriin fi …
Read More »Presdenti Obaamaan Daawwannaa guyyaa lamaaf kenyaa Magaalaa Nairobi galuun isaa bekkeme jira.
Hegeree Oromiyaa Garu Obaamaan biyya Kenyaa dhaqumiti kan nama raajaa jiru. Nageya Obaamaatif dachii fi sami jiddun cufamuu isaatu warra magaalaa nairobi hedduu dallansisee jira. …
Read More »Appeal letter to president Obama
Dear President Obama, I am an Oromo American, a voting United States citizen and a proud contributor to this nation’s economic and social life who …
Read More »Dhiibbaa hundeessitoota Wayyaanee(TPLF) kan ta’e Abbaay Tsehayyee Uummata Oromoo irratti gochaa turee fi Gochaa jiru keessaa muraasa!!!
Gareen ABO afur walii galuun wayyaanee haleelan jedhu..
The Board of the Oromo Community of Minnesota decided to raise the Flag of Oromia at its office in St. Paul. Why? Watch, Oromo TV has a detail
https://youtu.be/1QDlTw_DU1w
Read More »Manneetiin Jireenyaa,jiraattota Magaaloota naannawaa Finfinnee diigamaa jiru.
Magaaloota Oromiyaa, Finfinnee marsanii argaman, Burraayyuu, Sabbata, Laga Daadhii, Lagaxafoofi Sandafaatti, sababa ijaarsa manneetii seeraan alaa jedhuun diigamniin, namoonni hedduun rakkinaaf saaxilamaniiru. Bakkeewwan manneetii diigaman …
Read More »Ibsa Tarkaanfii Waraanaa ABO
Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO)n Humna Diinaa Magaalaa HararIrraa KM-20 Qofa Fagaatee Ona Fadis Naannoo Bokkoo BakkaBobbaasaa Jedhamu Qubatee Ture Barbadeesse. Loltoota Diinaa 28 Olis Hojiin …
Read More »