“Kan qabsaawa jirruuf fedhii ummata keenyaa bakkaan gayuufi” Jaalli kun fedhii isaa bakkaan ga’ee moo kan ummataati bakkaan gahee? J/ Nadhi Gammadaa yoo wareegame fuulli …
Read More »Yaadannoo Aaddee Faxumaa Galmoo tiif Magaalaaa Torontotti Godhamee Fulbaana 21,2014 Kutaa 1ffaa
Oliiqaa Dingil eenyyu? (Kutaa 2ffaafi isa xumuraaa)
******************* Yeroo yerootti uffata waraana Xaaliyaanii uffatee Dambii Dolloo seenuudhaan mana Aadde Moominaafi Aadde Daasharee Akkayyuutii daadhii dhugee, odeeffannoo barbaachisus walitti qabatee deebi’aa ture. Namoota …
Read More »Oliiqaa Dingil eenyu?(Kutaa 1ffaa)
************ Akkuma maqaansaa ibsutti Oliiqaa Dingil lammii Oromoo yoo ta’u, ummata Oromoo naannawa Qeellem Wallaggaa keessa jiraatu jidduudhaa kanneen hidda ja’an Sayyoo warra Laaloorraa dhalate. …
Read More »Waa’ee Oromiyaa kana beektuu Laata?
Seenaa Abdiisaa irra: Lafti gaanfa Aafrikaa keessatti Oromoon irra tamsa’ee qubatee jiru Oromiyaa jedhamti. Oromiyaan biyya Oromooti. Biyyi kun teessuma lafaatin gaanfa Afrikaa, Empayera …
Read More »Seenaa Gabaabaa Aadde Faaxumaa Galmoo (Haadha Abdii) 1930-2014
Qabsoo ummanni Oromoo gabrummaa jalaa bahuuf godhaa jiru keessatti injifannoon hamma yoonaa galmaawan heddu. Injifannoolee tana galmeeysuuf, biyya keessa qofa odoo hin taane, …
Read More »Araara nuy kanaan dura yaadine Mummee Ministeerichaa Waliin haasofine (my personal note)..
Click here to read………Discussion with PM
Read More »Seenaa gooticha Elemoo Qilxuu (1936-1974)
Seenaa gooticha Elemoo Qilxuu (1936-1974)
Read More »Seenaa Jeneraal Taaddasaa Birruu
OTOO HABASHOONNI OROMOYAA HIN QABATIIN GADAAN OROMOO YKN YAA’II OROMOO ESSA AKKA TUREE BEEKTUU?
Biyyi Afran Walisoo lookoo sagal qaba. Gosni Caboo ENYUU? DUBISSAA MEE! DABALATAANIS KAN AFEEFI WAAN BEEKITANI NUUF SHARE GODHAA! Miseensota mandhee tanaa, hunda keessaniif durseen …
Read More »