Abdii Boruutiin Namni tokko dhimma tokkorratti yaada isaa yoo barreessu, yaadni inni dhiyeessu kun dubbistoota hundaa birattuu deeggarsa argatee hundaanuu fudhatamuu …
Read More »Gad-aantummaa aadaa fi Afaan isaaniitu isaan cinqa moo, diigamuu impaayaraatu isaan yaaddessaa?
Abdii Boruutiin Erga uummatni Oromoo fi uummatootni biroo gabrummaa Habashaa jalatti kufanii kaasee hamma bara 1991tti ol-aantummaan aadaa fi Afaan Amaaraa walqabatanii itti fufaa …
Read More »Baddanii Badaa yaa warra badoo!!
Abdii Boruutiin Dubbisttotni barruu kiyyaa, yoo mata duree kana argan rifachuu yookaanis Abdii Boruu maal maal jedhaa?! Maal jechuu barbaade? jedhanii gaafiilee …
Read More »Qabsoo Bilisummaa Oromoo maaltu laaffise ykn laaffisa?
Abdii Boruutiin Gaafiin akka mata dureetti kaase kun onnee Oromootaa, keessumaayuu kan warra dhimmi kun isaan ilaaluu fi qalbii isaanii harkisuu, akka tuqun yaada. Gaafiin …
Read More »Gadaan gadaa araaraa, waliigaltee fi tokkummaa ti – Tokkummaan hunda hammatus itti aaneee..
Abdii Boruutiin Xumura Ayyaana Irreechaa bara 2010 irratti oduu gaarii fi gammachiisaa nu dhageessisuu Isaatiif Waaqayyo/Rabbi galanni haa gahu. Tokkummaa ilmaan Oromoo ilaalchisee wanti hawwaa …
Read More »Yaamicha tokkummaatiif owwaachuu fi qabsoo hidhannoo cimsuun yoomiyyuu…
Abdii Boruutiin Uummanni Oromoo bar-dhibbee tokkoo ol gabrummaa Habashaa jala turani fi ammas jirani illee, gabrummaan uummanni keenya har’a bar-kurnee lama keessa jiran kun yoomiyyuu …
Read More »Qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti, qabsoon hidhannoo hammam abdachiisaa dha?
Abdii Boruutiin Seenaa biyyoota gara garaa kan gabrummaa jala turani fi bilisummaa argatan yoo ilaalle, qabsoo bilisummaa isaanii keessatti qabsoon hidhannoo bakka guddaa akka …
Read More »Afaan Ofii barachuun manarraa eegala.
Keessumaa biyya Alagaatti alagaa fuudhanii irraa dhalanii daa’ima ofii afaanii fii aadaa ofii barsiisuu jechuun sabboonummaa fii cichummaa gaafata. Keessuma dhalli Oromoo Ka abbaa fii …
Read More »Kaayyoon dhaaba jijjiiramaa ABO YKN hooggana bergaader….
Qabsoo Ofirratti Amantaa fi Kan kaleessaa irraa Barannee, kan Boruuf Maal Gochuu Qabna jennee of gaafachuu! Dhaabni siyaasaa tokko tarsimoo fi galii gara garaa qabaachuun …
Read More »Jaallan Sooreessaa J/ Jaarraa Abbaa Gadaa fii warri isa mararfatan maal jedhu?
Jaallan Sooreessaa J/ Jaarraa Abbaa Gadaa fii warri isa mararfatan maal jedhu? Gaazeexeessaa, angaftichaa fii abbaa galmee jechoota Afaan Oromoo kan tahee obboo Mahdii Hamiid …
Read More »