Tags Alibirraa OROMO Raadiyoo
Check Also
Aadaan Oromoo nama boonsa..
Oromoonni #Shaashamannee uffata Aadaa Oromoon mimmidhaaganii ganama ciree irraatti nyaata Aadaa Oromoo peresdantii Eertiraa Obbo …
Tags Alibirraa OROMO Raadiyoo
Oromoonni #Shaashamannee uffata Aadaa Oromoon mimmidhaaganii ganama ciree irraatti nyaata Aadaa Oromoo peresdantii Eertiraa Obbo …
Dr. Gantuun MN tii maal hojetaa? Horii wayaaneen isaaf laatte ni dhumatee laataa? Dr. Birriin lafumaa garaaf itti tolee deeme bookisa malee nama kabajaa qabuu miti.
Osoo waa dubbachuu dura waa madaaluu fii. Waan dubbattu beeytee gaari,
Ifuma teetiifuu ati eenyu? maal hojjatte? Maal hojjachuutu sirra jira? Maal jechuutu sirraa tola?
Mee if gaafadhu? Silaahuu waan gaarii hojjachuuf dandeeytii hin qabdu, toltuu dubbachuuf sammuu hin qabdu, maaliin siin ja’a Afaan Oromoo dubbattaa? an ammoo dhiifama naaf godhi, maalif yaada kee kana namni deebisuus hin barbaadu ! Mee yaadii waan malu ta Namni sirraa fudhatu dubbadhu,
dubbadhu ka gorsulleen hin jiru, maalumarraa dhalatte? Kan ati irraa dhalattelleen ofitti qaanfatuu qaba. Kan si beekulleen maal ja’a laata?