Amajjii 6 Bara 2016) Waldaan Dubaratoota Oromoo Biyya UK ajeechaa fi hidhaa ilmaan oromoo irratti mootummaa faashistii Abbaa Hirree TPLFn gegeeffamaa jiru balaaleffachuun Amajii guyyaa 5-7 guyyoota sadiif osoo wal irraa hin kutin waajjira Muummee Minsteera UK Deeviid Kaameruun fuula dura Buluun sagalee ummataata oromoo dhageesisaa jiru.suuraan kunis kanuma muul’isa