Oduu Haaraya

Hegeree Afaan Arabaa :

Hegeree Oromiyaatiin

 

Wirtuun qoranno Hegeree Afaanota biyya UKrraa akka ibsetti Afaan Arabaa Afaan Hujii Hegeree waan taheef Mannen Barnota biyya Engilz keysatti akka barsiifamu qabu wirtuun kun dhaamee jira.

Gaazexaan Indabendet Wirtu qoranno hegeree Afaani biyya UK kana waabeyfachuun akka gabaasetti Afonota Hegere guddaa qaban keysa Afaan Engiliz sadarkaa 1ffaa Afaan Arabaa Sadarkaa 2ffaa Afaan Ispen S/3ffaa Afaan Chaina 4ffaa Afaan Faranssaa Sadarkaa 5ffaa Afaan German 6ffaa Afaan Turkii 7ffaa Afaan Hindii Sadarkaa 8ffaa hoggaa tahu Afaan Jaapaan ammo Ssdarkaa 10ffaa fi kan maayyi itratti argamu tahuu qorannon afaanota hegere gaari qabanii biyya UK kuni ibsee jira.

Hegeree Afaan Arabaa laalchisee yero ammaa namni Milyona 300 kan ittin dubbatu tahuu ibsee garu guddina hegeree keysatti qoda guddaa qabaachuu afaan Arabaa ibsee jira.

Check Also

a

Kuusa jechoota Afaan Oromoo Ramaddiin isii maqaa. (noun) A Qubee 1 Jechi kun akkmitti dubbifma? …