Oduu Haaraya

JECHOOTA BIYYOOTAA KUTAA 2FFAA

BY Barsiisaa Abdii Luuccee
Qeerransa yaabbachuun deebi’anii irraa bu’uuf nama dhiba
Chaaynoota
• Dhiqan Kan hin qulqulloofne mataa harree qofa
Ruusiyaanota
• Nama amanuun gaariidha ,Amanuu dhabuun garuu irra caalatti baay’isee gaariidha
Xaaliyaanota
• Nama toKko beekudhaaf, itti gaafatamummaa kenniifii ilaali
Yuugozlaaviyaanota
• Rakkoon hanga si rakKiftutti yoomiiyyuu hin rakkatin
Ameerikaanota
• Sodaatuu Kan qabdu, sodaa mataa keetiti
Firaankiliin
• Suuta jedhee Kan tarkaanfatu fagoo ni dhaqqaba
Chaayinota
• Namni dheeratee guddaa kan fakkatu teenyee waan ilaalufl
Faransaayota
• Gubaa alagaa citaa ykn galabaa hin argan
Oromoota
• Lafti Kan irraa qotee nyaatu osoon taane Kan irra ciisee nyaatu komatti
Hindoota
Waggaa jibbisiisan ji’oota 24 qaba
Keeniyaanota
• Addunyaan Irra jiraannu gaagura kanniisati
Chaaynota
• Harreen farda waliin ooltu gaangee hin dubbiftu
Afrikaanota
• Kan si arrabsu akka diinatti Kan si faarsu hunda akka firaatti laalta yoo ta’e irra caalatti kan of miidhu Suma mataa keeti
Faransaayota
• Namni waan gaarii hojjete garbatti yoodarban qurxummii afaanitti qabatee baha
Araboota
• Nama jaallataniif maallaqa hin liqeessan
Poolaandota
Bishaan ciisaa fl Saree callisaa irraa of eegi
jarmaanota……………………………………………ittiin boohara kan hafe qabadheen dhufa.

Check Also

a

Kuusa jechoota Afaan Oromoo Ramaddiin isii maqaa. (noun) A Qubee 1 Jechi kun akkmitti dubbifma? …