Jechoota Koompitaraa Afaan Oromootti kan hiikame– warrii koompitar qabdan ykn bitachuuf qophooftan hiikkaaansaa baayyee isin fayyadaa share godhaa namoonni baayyeen irraa haa fayyadaman
~~~~~~~~~~~~~~~~~~
access……………gahiinsa
~accessories…….iddaannoo
~account…………eenyummeessaa
~accuracy………sirrina
~across………….gamaa-gamana
~action………….gocha
~activite………..kakaasi
~Active…………ka’aa
~window……….fooddaa
~add…………….ida’i
~address……….teessoo
~advanced………Olaanaa
~button……….qabduu
~cell……………maadhee
~database…….kuusdeetaa
~document…..galmee
~display………agarsiiftuu
~file…………….faayila
~object……….wanna/wanta
~setup………..qindaa’ina
~advanced…… Olaanaa
~options……….. filmaata
~server………… Kaadimtuu
~Affect…………. dhibeessuu
~agent………… iddoomaa
~all caps………qubguddeessa
~all……………… mara/hunda
~append………. miiltessi
~applications… fayyadama
~array…………. waraantoo
~ascending……….olee
~backslash……… # haxarroo
~banner………….faajjii
~block………….. # saamsi
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
~border……….handaara
~break…………qurxi
~browse………sakatta’i
~browser……..iyyafataa
~hijacker………butaa
~browsing…..iyyaafata
~build………..ijaari
# busy………..jaatanaawaa
# button……. qabduu
busy……………. jaatanaawaa
button ………….qabduu
bar……………… kabala
icon……………. saajoo
image…………. calaqqee
default…………duraantoo
modified……….fooyya’aa
status…………..haalojii
cache………….. kuftalee
calculator………herregduu
calendar…………dhaha
call………………bilbila/bilbili
call waiting……eeggatuu bilbilaa
call back……….deebwaamicha
copy…………….jalteenya
cancel…………..dhiisi
message……….dhaamsa
caption………….goodayya
menu……………baafata
catalog………….galaalee
CD………………baxxee hurmaayaa/BH
CD-R…………….baxxee altokkee
cell………………..man’ee/mandhee
reference………..irkoo
center……………wirteessi
set………………..gurmuu
# chat…………….haasaa
check……………fili/mirkanessi
check in…………bakkatti deebisi.
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
choose……….fili
text…………..barruu
class………….ramaddii
clear………….haqi
click………….cuqaasi
type…………..barreessi
client………….maamila
mouse………..hantuuttee
clip……………muraa
close…………cufi
set……………gurmuu
collapse……..qoncoorsi
colon…………tuqlamee
color………….halluuu
column………tarjaa
value…………gatii
window………fooddaa
# comment…….yaada
company……..dhaabbata
compatible…..walta’oo
compile…….rogeessa
computer….koompitara
confirm……dhugoomsi
• install……………..ijaari…
• deinstall/uninstall……diigi
• current………… ammee
• currency………sharafa
• cryptography…icciiteenya
• encrption………icciitessa
• crop……………..soofuu
• cursor…….. …..qaree/agarsiiftuu
• cut……………….muri/kuti
• delete…………haqi
• paste………… maxxansi
• cut -paste…… kutii maxxansi
• data……………deetaa
• entry…………galiinsa
• file…………..faayila
• form…………unka
• label………..moggaasa
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
• point………..tuqaa
• source………madda
• stripping…….tamsaasa
• series………….walfaannee
• range…………hammanga
• validation…….mirkaneessa
account–Eenummeessaa
accuracy–sirrina
action—gocha
activate–kakaasi
across– gamaa-gamana
alias—maqbiroo
agent–iddoomaa
allignment–hiriira
allow—hayyami
reject–didi/hon hayyamin
alter—jijjiiri
always on top–yoomirroo
allocate—ramadi
argument–qajeelfama
arround—maddii
remote–fageenya
reject—didi
confirm–mirkaneessi
smart phone—qafoo ammayyaawaa
site–iddoola
skip–utaali
slash–haxarroo
single click–cuqaasa altokkee
single-sided disk–baxxee gartokkee
shortcut–qaxxaamura
menu–baafata
image–calaqqee
side bar– kabala moggaa
share–yagutoomsi/hiri//raabsi
setting–qindaa’ina
setup–qindeessi
shade–gaaddiseessi
pack–qarqaba
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
session–tursa
set–qindeessi
series–walfaannee
separator–foo’aa
optional–dirqalee
option–dirqala
original–xabboo
overlap–walirra
setting… Qindaa’ina
gallery……….suuralee
folder……….qabee
database………Kuusaa deetaa
# setting ———-qindaa’ina
desktop——- minjaala’aa
game…………tapha
gap…………..adda fageenya
gateway…….karra
general…….waliigala
ghost………dimimmisa
global………hundaataa
go………….deemi
go back……deebi’i
return……..deebi’i
go to…………gara __ deemi
grammer…..caasluga
filter……….gingilchaa
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
greeting……nagaa
group………gurmuu
team………..garee
grouping….gurmeessuu
guidelines…..qajeelcha
icon———–sajoo
# design ——-saxaxa
cut……………….muri/kuti
delete…………haqi
paste………… maxxansi
cut -paste…… kutii maxxansi
database………Kuusaa deetaa
connection……waliindhaa
active………….ka’aa
deactive………….kaka’umsala
debug…………… yaalii
#setting———-qindaa’ina
view————-muldhannoo
DEL key———furtuu HAQXUU
delay————turiinsa
delegate——–iddomsa
# delete———haqi
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
page————-fuula
items———–wantoota
demo———-daadessa
#design——-saxaxa
description—ibsa
select———-fili
deselect——-dhiisi
descending—-irraa gadi
# desktop——- minjaala’aa
destination—–gahumsa
# developer——dagaagsaa
device————-mi’a
diagonal———shaffaaxa
horizontal——-dalgee
vertical———-gadee
# dial ————bilbili
dijit————-lakqurxa
networking—cimdaa’ina
dijital———–lakqurxaawaa
dim————-gogola
dimension—–gara
direction——-qixa
direction key—-furtuu qixaa
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
directory———galeeloo?
# disable ———-dhaamsi
disk————–baxxee
discard———gati
disconnect—–adda kuti
disk drive——–ooftuu baxxee
icon———–sajoo
dismiss——-diddaa
display——-agarsiisi/sa
display as icon—akka sajootti agarsiisi
distribute———tamsaasi
divide————-qoodi
dock————–hidhi
document——galmee
image———–calaqqee
domain———qayee
DOS prompt—-Saagii DOS
double-click—–lama cuqaasi
# download——naqadhu/gadibuusi
down arrow—–xiyya gadee
# draft————-wixina
drag—————harkisi
drop————-kaayi
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
drag-drop——-harkisii kaayi
dump————-gati
duplex printing—maxxansa garlamee
duplicate———-baay’isi/hedduumessi
duration———-turmaata
Screen…. argii
Insert…….. saagii
Install…….. ijaari
Web………… saaphaphuu
Keyboard…… gabatee cunqoo
Keypad…….. gabatee lakkoofsaa
Virus……….. qinqaanii
Cut………….. muri
Paste………… maxxansi
Network……… cimdaa
Storage……….kuusaa
Link………….. geessii
Browser……..iyya’aa
Kill/stop…….. Dhaabi
Key…………….furtuu
image……..calaqqee
import……alaaguu
inactive…..hadoodaa
infield…….dirkee
incoming message….ergaa dhufu
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
incomputible……waldhabiinsa
inbox……simergaa
index…..kasaa
inline…..sarkee
insert……saagi
input……..naqa
install……ijaari
instance….miseensa
instruction…..ajaja
integrity….amanama
interface….walqunnama
interrupt….guufii
internet…interneetii
intranet……interneeta qe’ee
validate……mirkanessi
invalid……fashala
italic…….mirgada
item……malima/qabiyyee
iteration….deddeebi’iinsa
job….. hojii
join…walqaba
jump….utaali
justify…..qixxeessi
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
keep….ka’i
key…..furtuu
keyboard…..gabatee cuqoo
keypad….. cuqoo lakkoofsaa
keyword…..jefura
kill……..dhaabi
label…..asxaa
LAN….cimdaa baldhina qe’ee
laptop…..koyaa
launch…jalqabi
layer…..baqqaana
layout…..teessuma
legacy…..kennata
level…..sadarkaa
line……sarara
link…..hidhaa/geessituu
list…..tarree
load….fe’i
locate….gitoo biyyee
lock….cufi
log…..dilba
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
logoff…ba’i
login…..seeni
login security…ittiga seensaa
logo……asxaa
loop…..marsaa
lower case…qubee xiqqaa
maginfier…guddeessaa
mail……..ergannoo
package….qarqaba/galaa
mail server….gargaartuu dhaamsaa/
ergannoo
mail box……saanduqa ergannoo
manage……taliiguu/too’achuu
manager…..taliiga/too’ataa
manual….hujeeka
marquee…. barruu deemtuu
mark…..mallattoo
match…..firoomsi
members….miseensa
memo…..yaadannoo
memory…..koofannoo
menu….baafata
menu bar….kabala baafataa
menu button….qabduu baafataa
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
menu item…qabiyyee baafataa
merge/mix ….. maki
message….dhaamsa
installation…. ijaarsa
istall… ijaari
mode….haalata
more…dabalata
modify…fooyyessi
update….haaromsi
monitor….torgii
modem…moodemii
mouse….hantuuttee
move….hiiksi/siksi.
click….cuqaasi
move up….ol siksi
move down…gadi siiksi
pointer… qarree
multi….walfaannee
environment…qeeyyaa
install……………..ijaari
deinstall…………diigi
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
current………… ammee
currency………sharafa
cryptography…icciiteenya
encrption………icciitessa
crop……………..soofuu
cursor…….. …..qaree/agarsiiftuu
cut……………….muri/kuti
delete…………haqi
paste………… maxxansi
cut -paste…… kutii maxxansi
data……………deetaa
entry…………galiinsa
file…………..faayila
form…………unka
label………..moggaasa
point………..tuqaa
source………madda
stripping…….tamsaasa
series………….walfaannee
range…………hammanga
validation…….daddafiinsa
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
echo…………………….. bowwaa
edge…………………….. qarree
edit………………………gulaali
link……………………… hidhaa/geessii
hyperlink…………….. geessituu
series…………………. walfaannee
text…………………….. barruu
editor………………… gulaalaa
effect………………….galtee
e-mail……………….. ergaa
account…………….. eenyummeessaa
message……………. dhaamsa
enable………………. dammaqsi
disable………………. boqochiisi
enclose……………… marsi
encrypt……………… icciitessi
end……………………xumuri
end user…………… maamila ykn fayyadamaa
enter…………………galchi/ce’i
entry……………….. galfata
erase………………..haqi
keyboard………… gabatee furtuu
log…………………..dilba
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
character……….. gosqubee
evaluate………….. madaali
event………………. ta’ii/mudata
every……………….kamuu
execute………….. raawwadhu
exist………………. jira
exit……………….. bahi
expand…………… baldhisi
memory…………. kuufannoo
explore……………alooli
export……………alergii
setup……………qindeessi
installation…… ijaarsa
expression…. ..himannoo
extension………dheertoo
external…………alaantoo
extract…………..bittinsuu
face down……..gombisi
face up……….. ol garagalchi
failure……….. kufaatii/dadhabbii
fall back…….. duubatti hafuu
fan………….. hafarsaa
fatal error….. dogoggora cimaa
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
favorite………. jaalatamaa
feature…………amala
fan………………. hafaarsaa
favorite…………jaalatamaa
list ………………. tarree
access……………gahiinsa
extension………dabalama
file managment…. too’annoo faayilii
owner……………… abbeentaa
bits…………………..laklamee
filter……………….. gingilchaa
flow…………………yaa’iinsa
focus…………….. xiyyeeffadhu
folder……………qabee
font……………..bocquu
font color………. halluu bocquu
style………………haalata
footer……………jaaantoo
header…………..irraantoo
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
foreground…….fuulduree
form……………..unkaa
lock……………..saamsuu
owner…………abbeentaa
permission…..hayyama
system………..sirna
server…………gargaartuu
database……kuustuu
client…………maamila
frame……….goodayyaa
frameset…..hirama goodayyaa
disk…………baxxee
frequency….ammamtaa
from………… ..rraa
display………. agarsiisa
screen……….. display
game………… tapha.
pointer–akeektuu, qaree
keyboard–gabatee cuqoo
mouse–hantuttee
personal comp—koompitara matayyaa
Desktop computer– koompuutara minjaalawaa
Laptop computer—koomputara koyaa
button–qabduu
press and hold–dhiibii turi
screen–argii
hard disk–baxxee jabaa
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
icon–sajoo
tools–meeshaalee
bulk–bal’aa
inactive–hadoodaa/dunquqqaayaa
active —kaka’aa
profile–danaa
privacy—mateenya
laptop—koyaa
palmtop–qubganaa
model–ilaallata
mode–haalata
mix–maki
modify–fooyyessi
monitor–torgii
move–siqsi
———–
account–Eenummeessaa
accuracy–sirrina
action—gocha
activate–kakaasi
across– gamaa-gamana
alias—maqbiroo
agent–iddoomaa
allignment–hiriira
allow—hayyami
reject–didi/hon hayyamin
alter—jijjiiri
always on top–yoomirroo
allocate—ramadi
argument–qajeelfama
arround—maddii
remote–fageenya
reject—didi
confirm–mirkaneessi
smart phone—qafoo ammayyaawaa
site–iddoola
skip–utaali
slash–haxarroo
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
single click–cuqaasa altokkee
single-sided disk–baxxee gartokkee
shortcut–qaxxaamura
menu–baafata
image–calaqqee
side bar– kabala moggaa
————
share–yagutoomsi/hiri//raabsi
setting–qindaa’ina
setup–qindeessi
shade–gaaddiseessi
pack–qarqaba
session–tursa
set–qindeessi
series–walfaannee
separator–foo’aa
optional–dirqalee
option–dirqala
original–xabboo
overlap–walirra
setting… Qindaa’ina
public–hundumaaf
private–dhuunfaa
only me–ana qofa
publish–maxxansi
tag–iyyaatoo
local–naannoo
list–tarree
dictionary–Jechiikaa
custom–maamiloo
install–ijaari
customize–maamileessi
cut and paste–murii maxxansi
disable–dhaamsi
sort–foo’iinsa
directory–galeeloo
developer–dagaagsaa/ijaaraa
menu—baafata
drop-down–gadbuusaa
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
arrow—–xiyya
feedback–duubdeebii
text—barruu
jump–utaali
in-line–sarkee
configure–qindeessuu
router—duuffisaa
adapter–amanfataa
broadband– baandii baldhaa
connection–waliindha
manual–hujeeka
interface–fuula/walsima
recover–bayyanachiisuu
download–naqadhu
install—-ijaari
freeware–moosajii tolaa
browse–sakatta’i
status–haalojii
preview–durargii
review–keeddebii
primary–dursaa
press–dhiibi
upload–olfe’i
album–kuusaa
tag—iyyaatoo
editor–gulaalaa
pause–afuurfannoo
window–fooddaa
resume–itti fufi
notification–yaadachiisa
maybe—-akka tasaa
decline—diddaa
tab—-cancala
synchronize-walsimsiisi
synonyms–moggoo
syntax—caasima
feature—amala
undo—gaabbi
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
default–duraantoon
style—akkaataa
recent–amsiiqa
collapse–qoncoorsi
next—itti aanee
web–saphaphuu
web site–iddoola saphaphuu
view–muldhannoo
cookies–kuusyaadannoo
feed–soorachiisa
contact–qunnamtii
flash–balaqqee
live–sududan
qoute–caqasa
platform–hujeffannoo
domain–qayee
disable–dhaamsi
session–tursa
abdon–gati
abort–kuti
action–gocha
active–ka’aa
add–ida’i
setup–qindeessi
address–teessoo
advance–olaansi
affect–dhibeessi
agent–iddoomaa
alias–maqbiroo
nickname–maqmasoo
arc–golboo
archive–haddarsa
arround–maddii
arrenge–qindeessi
array–warraantoo
argument–qajeelfama
arrow–xiyya
assign–ramadi
attach–miiltessi
asterisk–urjii
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
device–meeshaa
audio–dhageettii
auto–ofnaa
automate–ofumeessaa
Check Also
Ethiopia must answer in illegal spying case, digital rights group says
A .US. citizen whose communications were monitored by Ethiopian agents from afar is appealing his …