Oduu Haaraya

Ka’ii Ol dhaabbadhuu mirga kee falmadhuu tokkummaa kee jabeessii bilisummaa gonfadhu

Yaa leenca gaafa durii ka gaara keessa galu ka kalaashiin qabatee habashaa mataa gadi raruu. General Husseen  Bune Darara

**********************************************************

Yaa Oromoo Leencatu dhabamee ka gaarri oromiyaa gubatuu,ka Husseen Bunee ka gaara keessa. Kalaashtu dhabamee laata ka Oromoon saba yartuuf gadaduu. Ka’ii Ol dhaabbadhuu mirga kee falmadhuu tokkummaa kee jabeessii bilisummaa gonfadhu. Yoo kana hin goone gabrummaan jiraanna baraa barumattuu.Maali jaarsattiin ka maqalee dhuftee oromotti dhaadattu. Mataa keessatti qabadhuu waan maanguddoonni jettu. Akkana jedhee laalaa leenci gaara galu.

“  God create us, man enslaved us, God did not this man free and us enslave’’  General Husseen Bune said and explaining the movement’s purpose of his struggle. It is uproot this injustice that we embrked on the struggle for freedom and he considered himself why the Oromo continued to be suffer under this the most backward and savage settler ‘’.

Check Also

dhaloota qubee

Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate

Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate Leenjisoo Horoo Elba 25, 2023 Mata-Duree …