Warra RAAMMISOO dubbisuuf dharraataniif hamma kitaabichaan walitti baatanuu, waraabbii sagalee kutaa 1-rraa hamma 7-aa, heera malee sa’aa lamaa, gabaa! Ittiin booharaa. Warri maxxansaa lamadaa qabdan sagalee faana dubbisuu dandeeysu. Galanni sagalee, ammaaf, kan Bokkuu Lammii ti.
Check Also
IJOOLLEE TOO YAA TIRUU
Taammanaa Bitimaa Irraa Ijoollee too yaa tiruu Magaallan koo yaa tiruu Kan akka keessanii addunyaarra …