https://youtu.be/vJUqypIfUuo
https://youtu.be/U1penaxoPpE
https://youtu.be/vJUqypIfUuo
https://youtu.be/U1penaxoPpE
Tags muslima Nashiidaa Raayyaa Ramaadaan
SEENAA SHEEKH AADAM TUULAA fii yaada ummata (Yaadannoo Sheekh Aadam Tuulaa (1905-2022) By: Urjii Ahmad …
maashaallaaha mashaallaaha rabbi isin irraa haa jaalatu jzk.
Rabbi umrii keessaan isin haa dheerressu . jazaa keessan rabbii isin haa deebisu, jaza keessan firdoosa haa ta’u. nullee nama irraa faayyadamu nuu haa taasisu. ijji hamtuun isin laalte faana keessan jalatti haa deebitu. tika fii keessa isin haa oolchu rabbiin keenya. Iimaaana ilmii rabbii isin haa daabalu. Rabbi wanta hundaa isn haa laaffisu. Qabeenya keessan hunda keessa rahmata isin haa kaa’u. insha’allaaha rabbii kana caalaa isinii laaffisee kan caalaa akka ummata isilaama/ ummata keenya tajaajiltan Abdii qaba obboleessa keennna. baarakallaahu fiikum jzk.
insha’allaaha kaassetta 28 abdiin isin eegaa jirraa insha’allaaha.