Oduu Haaraya

”AAGA DHAGAHAA…BAGA GAMMADDAN…ANAA DHUFU…!!”

 

MARII MARAATTUU”jedhee kitaaba sammuu namaa gingilchee dhimma keenya kan itti jirru sana gadi fageenyaan nuyaachisu nuuf barreesse. Namni kun Gaazexeessaa, Muhaammad Nuuraa Abdoo jedhama; G/G Oromiyaa Godina Arsii Aanaa Doddotaatti dhalate. Barumsa Gaazexeessummaa fi komunikeeshiniitiin Digrii jalqabaa qaba. Yeroo ammaa Dhaabbata Raadiyoo fi Tv Oromiyaatti Gaazexeessaa Afaan Ingiliiziiti. Dargaggoon kun ogummaa mana hojiisaa qixaan itti gargaarame; dubbiin qoolaa inni itti gargaaramee barreesseefi aartiin inni ittiin jechoota walitti naqe akka ajaa’ibaati!. Asoosama yeroo ammaa bahaa jiran keessaa waan ittiin adda ta’u baay’ee qaba. Dargaggeessi Oromoo kun hojii danuu akka dabalataan of harkaa qabu itti siqeenyaanan beeka. Mee yaada keessan isa ittiin wal oonnachiistan sana gadi itti naaf roobsaamee…nama kana karaa inbox’isaa galateeffachuu kan barbaaddaniifi kitaabicha fudhachuuf bilbila teessoo armaan gadii kana gargaarama!! …Hubadhaa!!..”AFAAN SABA GUDDAA GUDDAADHA…”’….TEESSOON KUNOO…..

Lakk. Bil. 0912308116
Email: maammeenuuraa@gmail.com

Check Also

a

Kuusa jechoota Afaan Oromoo Ramaddiin isii maqaa. (noun) A Qubee 1 Jechi kun akkmitti dubbifma? …