Mr. Antonio Guterres United Nations High Commissioner for Refugees (UNHCR) Case Postale 2500 CH-1211 Genève 2 Dépôt Suisse. Email: InfoDesk@ohchr.org; GUTERRES@unhcr.org Subject: OSA’s Appeal Letter about …
Read More »Wikileaks files on the evolution of the ODF
April 9, 2013 (Gulele Post) — Excerpts from two Wikileaks files, one from the US embassy in Asmara and the other from Addis Ababa …
Read More »Oromo quran is a free quranic application by oromo language
Alhamdulliha, now we are able to add one Juz making total of Two juz, Insha Allah we will keep updating the number of Chapters(juz)as soon …
Read More »Ibraahim Mummee fi Samiyaa Usmaan hoggana Koree Yeroo irra raraafamani jiru.
Koreen Yeroo ABO kaayyoo Qabsoo Bilisummaa Oromoo dandamachiisuf erga utubamee wagaa lama tahuuf deemaa jira. Adeemsa wagaa lamaa kana keessa koreen jaarmaya kana sadarkaa …
Read More »Afaan Ofii barachuun manarraa eegala
Keessumaa biyya Alagaatti alagaa fuudhanii irraa dhalanii daa’ima ofii afaanii fii aadaa ofii barsiisuu jechuun sabboonummaa fii cichummaa gaafata. Keessuma dhalli Oromoo Ka abbaa …
Read More »Waliin boonuu “Wal-boonummaa”
[hmp_player] Akka qorannoon hedduun ibsanitti, handhurti guddinaa, walqixxummaa fi bulchinsa Oromoo kan sirna Gadaa waan gurguddoo lama irratti hundaawee ture. Suniis Qoodaa fi Irbuu …
Read More »KAAYOO OROMOO FAALLEYSUUN HIN DANDAYAMU
Of jajjuu manni karaa irra: Deebii barruu mata-duree “muka Jallaa Diriirsuun osoo qacalee ti” jedhu jalatti obboo Jawaar S. Mohammed Barreesseef
Mata duree “Jallaa Mukaa Diriirsuun Osoo Qacalee ti” jedhu jalatti barruu obboo Jawaar barreesse dubbisee jira. Obboo Jawaar fakkeessuu yaalus, barruun isaa waca ykn …
Read More »MUKA JALLAA DIRIIRSUUN OSOO QACALEETI
Tattaaffiin rakkoo qabsoon Oromoo mudatte furuudhaaf akka matayyaattiis tahe akka gurmuutti godhamaa jirtu mara jajjabeessuun barbaachisaadha. Carraaqqiin garasiin godhamtu garuu, tan rakkoo jirtuuf furmaata argamsiiftu …
Read More »Gootni Kufuus Gootaan Bakka Bu’a !
Bu’ureeffamuu Qabsoo Bilisummaa Oromoo keeysatti Utubaa Qabsoo kan tahan Qabsaawaa Injiinar Abdullaahii Luungoo bakka bu’aa Sooreysa Jaarraa Abbaa Gadaa tahuun Muudamanii Barcuma kabajaa dhunfatanii jiran. …
Read More »