http://addisstandard.com/ Addis Abeba Dec. 19/2016 – On Saturday Dec. 17, Siraj Fegessa, Ethiopia’s minister of defense and the secretariat of the command post tasked to …
Read More »Dhaamsa Nugusa Boqachuuf Qophaayee
Bara wayii keessa biyya wayii keessatti nugusa waytu ture. Innis ummata isaa hacuucuun beekamaa ture. Yeroo bulchiinsa isaa ummanni isaa hedduu hedduu dararame; nugusichi cunqursaa …
Read More »DEEMEE MANA PIROFEESARII
Deemee mana pirofeesarii Argadhee yaadota gaggaarii!! Muxannoon baayyee gabbataa Namas gorsuu ni jaallataa Sabnis isa abdataa!! Kan seenaa hojjatee Qorannoo hedduu raawwatee …
Read More »A PROPOSAL ON THE CONSOLIDATION OF OROMO SUPPORT
By: Koree Tokkummaa Over three months ago, a lady came up with an initiative on “#Oromo Protests Support Group” to go beyond mere exchange …
Read More »“Obboo Galaasa Dilboo maal ta’an, maal barbaadu?
An ammumayyu nama kabajaa guddaa Obboo Galaasa Dilbootiif qabu keessaa tokko. Obboo Galaasaan nama jireenyii isaanii bilisummaa Oromootiif jedhe erdarame keessa nama tokko ta’un …
Read More »Dargaggeessi Oromoo tokko Hargeeysa keessatti du’aan addunyaarraa gale
RIP. Namin kun dargaggoo Khaalif Umar jedhama Godina Harargee Lixa Aanna Daroo Labuutii dhalatee. Guyyaa 17-12-2016 Somali laand magaala Hargeeysatii lubbun isaa adunyaa tana irra …
Read More »Mootummaan Wayyaanee Dhimma Maaster Pilaanii Magaalaa Finfinneekan Duraan Dhiise jedhe Amma Maaliif Afarsaa Jira?
(Boruu Barraaqaatiin) Dhimmi Maaster Pilaanii magaalaa Finfinnee amma dura eegalame mormii jabaa ummanni Oromoo godheen hambisiifamuu danda’ee akka ture ni yaadatama. Yeroo sanitti dabballoonni OPDO …
Read More »Dhiigni Saba keenyaa Dhanagalahee Hin Hafu!!!
Do Ethiopia’s Oromo People Have A Better Alternative For Modern Democracy?
Ethiopia’s Oromo people made headlines around the world when peaceful protests turned violent against government land use changes, prompting a state of emergency. Now Oromo voices …
Read More »Hundeeffama adda bilisummaa oromoo (ABO)
ummanni oromoo erga kiyyoo gabroomfataa habashaa jalatti kufee kaasee kharaale gara garaatiin diina ifirraa ittisaa ture haa tahuu garuu bifa ijaarameen yknjaarmaya tokko jalatti …
Read More »