Mana maree dhimmoota Islaamummaa Toophiyaa (ce’umsaa) irraa haleellaa namoota nagaa irra ga’aa jiru ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kenname Maqaa Rabbii akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa ta’eetiin …
Read More »Cunfaa imala galatoomaa Jawaar Mohamadii fii Baqqalaa Garbaa
Cunfaa haxeerarrii dubbii obboo Jawaar Mohammadii fii obboo Baqqalaa garbaa imala galatoomaa Minisoottaa ffaa imala kana keessa waan hedduutu jira Sadarkaa Sochii qabsoo Oromoo irra …
Read More »Galmee jechoota Afaan Oromoo
Kaayyoon qophii kanaa Afaan Oromoo gabbisuu, dagaaysuu/dagaagsuu fii guddisuudha. Afaan kana waalteessuudha. Oromiyaan bal’oodha, akkuma lafti teenya bal’oo fii guddootti, ummanni keenyaas guddaadha. Ummanni keenya …
Read More »Haleellaafi buqqifamuun lammiilee Godinaalee Oromiyaa haa dhaabbatu
Ajjeechaan Murtii Malee Humnoota Mootummaatiin Geggeeffamu, Mirga Jiraachuu Lammiilee Qoraa Jira! Abdiin jijjiiramaa qabsoo nagayaa ummanni Oromoofi obboloota biroo waliin ta’uudhaan geggeesseen kan dhufe, qaama …
Read More »Bulloon nagayaan Ameerikaa seene
Simannaa Obboo Jawaar Mohamed yeroo Ameerika Minisottaa galu godhameef. Oromoon haala miidhagaan bahanii yeroo bulloo simatan…
Read More »Jawaar Mohamed haala Oowwaan simatame
Rogeessi siysasaa fii miseensi KFO Obboo Jawaar Mohamed nagayaan gara magaalaa isaa ta dur seene.
Read More »Galmee seenaarraa: Jeneraal Taaddasaa Birruu
Ganaraal taddassaa Birruu bara 1941 G.C. Oromo Graphya Keessa, loltoota British, warra Ganaraal wingatiin hogganamuu wajjiin tahuun loltoota finfinnee walaba baasan keessaa nama tokko ture. …
Read More »Dhaloota akkanaa taanu malee Itti gaafatamummaa seenaa jalaa hin baanu
Haxxishoo! Guddadhu!
Amaan Kamsareetiin Waan Mootummaa Bilxiginnaa Buqqiftee Aangoo Oromiyaa Fudhachuu Dubbadhu! Seenaa fi maalummaa riphee-lolaa ilaalchisee ammaan dura gulantaalee guddinna loltuu walabummaa babbay’suun kiyya ni yaadatama. …
Read More »Ummanni Oromoo jechoota Abiyyi dubbateen sobamuu hin qabu
M/Minsteeraa ta’uu kootu hafa malee Ummanni Oromoo waan isaaf malu dhabuu hin qabu. Ummanni Oromoo baayyinni isaa 35% ta’ee fi biyya kana keessatti sochii ijaarsa …
Read More »