Marii TV’n baraad’ii ja’amu gad-geyse irratti hirmaattonni ummta Oromo milyona 45 geyuu cinaa dhaabbachuu qabnaa ja’an. https://youtu.be/xHShqAl9Qys
Read More »Dr. Naansii Umar: Mootummaan Toophiya xurii isaa qaama biraatti haqachuu barabaada…
Hegeree Oromiyaatiin Gaazexaan Al-masrytoday ja’amu Dr. Naansii Umar waabeefchuun akka gabaasetti motummaan wayyaane yeroo ammaan tanaa haala maraatu keeysatti argamu irraan kan ka’een motummaa masriitu …
Read More »#FIQAADUU SHUMATAA guyyaa kaleessaa qabamee hidhamuun isaa beekamee jira.
#OromoProtests Inni suuraa isaa armaan gaditti argitan kuni dargaggeessa Oromoo suuraan isaa qabsoo Oromotiif kaka’iinsa guddaa uumee yemmuu ta’u maqaan isaa
Read More »Oduu Gammachiisaa: Mootummaan Jarmanii %100 Oromoo akka deeggarru Ibse
==================================== Akkam jirtan yaa lammiiwwan kiyya. Akkatti jirru walumaanu beekna natti bareetin isin gaafadhe dhiifama akka itti jirru wallaaleti miti. Hundi keenya mootummaa wayyaanee ilmaaf …
Read More »Protesters in Ethiopia reject authoritarian development model
The Oromo students’ defiant protests are a response to decades of systemic and structural marginalization December 19, 2015 4:00PM ET by Awol Allo @awol_allo Social …
Read More »Wal yaamaa wal yaamaa walii galaa walii dhaamaa..
75 killed in Ethiopia protests: HRW
http://en.prothom-alo.com/ At least 75 people have been killed during weeks of protests in Ethiopia which have seen soldiers and police firing on demonstrators, Human Rights …
Read More »Viva Artistoota Oromoo; Nu Diinne Dinnee gabrummaa dinnee.. Didaa!!
#OromoProtests :- Hayiluu Kitaabaa “Qeeroon Jabaanee Si Eegna” New Oromo Music 2016 GUMAA WALLEE WARRAAQSAA HAARAA 2016 https://youtu.be/KTuWkPcRrDI “NEW OROMO MUSIC 2016 “AMIN HUSSEN-DIDI ROORROO …
Read More »#OromoProtests guyyaa har’aa Abbaan Duulaatifi Muktaar hayyotaafi abbootii qabeenyaa beekamoo muraasa walitti qabanii turan
Erga sakattaan cimaan godhamee booda waan isaan yaamaniif himan. Kunis ummanni nu dhagawuu didee nurraa qabbaneessaa kan jedhuudha. San booda hire warra hirmaateef kanname. Namni …
Read More »