>>> Ilmaan Oromoo kan hoomaa waraanaa biyyattii keessa jirtanis ta’ee kanneen dhimma nageenyaa eegsisuuf biyya keessa facaatanii arkamtan hundi keessan : Yaa lammiiwwan koo kunoo …
Read More »Sochiin Dargaggonnta Oromoo hoogganoota fii hayyoota oromotiifi qormaata seenaan itti nama gaafatu ta’ee jira.
Haalli qabataamaan biyya keenya keessatti muli’ataa jiru akka nutti akeekutti qabsoon oromoo boqonnaa haarayatti tarkaanffachuu isaati. Galata dargaggoota keenyaa dhiginni qabsaawota oromoo lubbuu qaalii isaanii …
Read More »Dhamasa warreen hirirra irra jirtaniif
1. Nama kamiinuu mirga dhuunfaa isaa hin tuqinaa. 2. Saba kamiinuu maqaa hin dhahinaa, harkaanis hin tuqinaa. 3. Qabeenya kamiinuu hin diiginaa, hin mancaasinaa. 4. …
Read More »#OromoProtests Global solidarity Rally, Denver Colorado
#OromoProtests “Potentially dozens of people have been killed amid a crackdown on students protesting a government plan to expand the capital, Addis Ababa.”
Democracy Now TV
Read More »Hiriira Maaster Pilaaniif bahe falmuuf qonnaan bultoonnis itti dabalamaa jiru
WASHINTON,DC — VAO Barattonni Oromoo Maaster pilaanii Finfinneef ba’e mormuun torbanneen darban sadiif hiriiraa gaggeessuu isaanii Martaa Van Der Wolf Finfinnee irraa gabaastee jirti. Yeroo …
Read More »Yunivarsitiin Wallaggaa akkuma amala isaa barattota Oromoo ari’uu eegalee jira.
Osoo barattoota Oromoo ar’uun qabsoo bilisummaa dhaamsee silaa baroota amma duraati milkaayan. Hin taatu. Pirazidantii yunivarsitii Wallaggaa Fiqaaduu Bayyaana seenaafi ummanni Oromoos isa gaafachuuf taa’a. …
Read More »Home › Horn of Africa › Oromia › Ethiopia › Don’t kill us or don’t dispose us to killers, instead stand by us, the Oromo Don’t kill us or don’t dispose us to killers, instead stand by us, the Oromo
People of State of Tigrai and Head of Government of Tigrai Members of Amahara Nation, the elites and Permanent Residents in State of Oromia Other …
Read More »Fincila Diddaa Gabrummaa Ummata Oromoo Ilaalchisee: Bakka Gahamee, Waan Tahuu Maluu fi Kan Godhamuu Qabu.
Qabatamaan Bakka Amma Jirru: – Sochiin Ummatni Oromoo godhaa jiru baatii tokko xumuree lammaffaa jalqabeera. – Yeroo baatii tokko kana keessatti ummatni MP mormuu duwwaa …
Read More »