Dhaha Booranaa Dhahaan Booranaa akkataa ittiin ummanni Oromoo Booranaa guyyaa, ji’aa fi waggaa lakkaawwudha. Dhahaan kun Dhaloota Kiristoos Dura bara 300tti ummame. Akka dhahaa kanaatti …
Read More »IRREEECHI AYYAANA EENYUUTI? AKKAMITTI EEGALE?
Urjii Ahmad #IRREEECHI AYYAANA EENYUUTI? AKKAMITTI EEGALE? Muslimoonni dubbiftan malee hin dhiisinaa! Share godhuun Amantii Irreechaa wal hubachiisaa!!! • Ayyaannii Irrechaa Maali? Irrecha jechuun Hikkaan …
Read More »Oromo TV:Artist. Adam Harun (Exclusive Interview ) part 3
https://youtu.be/wwEovYnAvQ4
Read More »Mootummaan Waggaa haaraya sababeeffachuudhaan Obboleewwan keenya 6 akka hiikkaman murteessee jira.
Balaa bubeeni kireena makaati kufe
Hegeree Oromiyaatiin Makka Al-Mukkarramaa fi Masjiid Al-Haraam . Ful-bana 11/2015 Wiisha guddaa lafa haramaa keysatti kufeen namni 87 du’ee namni 201 kan biraa madaawun …
Read More »Dutch Deltares withdraws from studies of Ethiopia’s Renaissance Dam
The Dutch firm says insufficient guarantees were given that an independent and high quality study could result from the consultancy process on Ethiopia’s Renaissance Dam …
Read More »WAAMICHA WALGAHII MISEENSOTA „WALDAA HAWAASA OROMOO AWUROOPAA (WHOA)/ OROMO COMMUNITY ASSOCIATION IN EUROPE (OCAE)” e.V. (Inc.)
Frankfurt am Main, Fulbaana (September) 10, 2015 Kabajammo Ilmaan Oromoo Ardii Awuroopaa kessatti argamtan maraaf, Walgahiin miseensoota WHOA/OCAE e.V. (Inc.) yeroo lamaffaatif magaalaa „Frankfurt …
Read More »Welcome to Oromo St in Minisota, USA
(Advocacy4Oromia, 11 September 2015) Minnesota Oromos get their very own street under their community’s name-Oromo Street, today, 11 of September 2015. According to our information, …
Read More »