Hawaasni koo kan Magaalaa Dadar Baga Rabbiin Mana isaa isin badhaase! Madda imaanaa fi Ilmiin irraa hin citne isiniif haa godhu! Warroottan hojii bonsaa kana …
Read More »Xiinxala Siyaasaa – Maali Mallisaa?
Maraammartoo abbaa irrummaa sirnoota ItoophiyaaXiinxala gabaabaa
Yahayaa Bashiiriin Akka itti sirnoonni Dargii fi EPRDF lafa qabatanii abbaa irrummaa diriirsan namni beeku kamuu waan amma deemaa jiru hubachuuf hin rakkatu.DARG:Murna waraanaa jaarame …
Read More »Yagille Siraaj Jiituu New Instrumental Oromoo Music Video
This is not from the Far East or Green Hills of Ireland! It is from our own incredible Oromia. The first-ever female violinist with amazing …
Read More »Oolmaa mana murtii ijibaata federaalaa Koloneel Gammachuu Ayyaanaa Ammas Boritti Beellamame
Qondaalli ABO Kolonel Gammachuu Ayyaanaa kan mana murtiitti deddeebi’uun isaa xumura dhabe har’as beellamaan mana hidhaatti deebi’e.Har’a Caamsaa 23,2022 mana murtii ijibbaata Federaalaatti kan dhihaate …
Read More »Oromoo callisa haa cabsinuu
Xiinxala siyaasaa- maalli mallissaa Gaammee Galgaloo Shabboo meediyaa
Read More »Biyya sirni haqa hin taane ture keessatti rakkoolee ummataa daawwitii wal qixxummaa qofaan furuun waan hin danda’amneef haqummaa diriirsuun dirqama
“Siif ammallee fagoodha” Sababni Wal qixxummaaf qabsaa’uun ajandaa ta’eef haalli wal qixxummaa dhabuu waan uumameef. Wal qixxummaan dhabamuun immoo qaamni (qaamonni) wahii kan biroo caalaa …
Read More »Dhukkuba sukkaraa fii madaa faanta jalaa
DHUKKUBA SUKKAARAA FI MADAA LUKAA – (Diabetic Foot Ulcer) by Kedir Abdulatif Balaa tasa nama mudatutti aansee fayyaa qaamaafii lubbuu baraaruuf jecha sababa miilli dhukkubsate …
Read More »Ethiopia’s Tigray forces announce release of thousands of POWs
Hachalu Hundessa’s posthumous album, “Maal Mallisaa”, is a versatile album that is full of euphonious tracks for music lovers.
From a numbers and promotions standpoint, the album had truly impressive weeks on the charts, topping many Hollywood artists’ works that were released around the …
Read More »