Oduu Haaraya
madaa miilaa

Dhukkuba sukkaraa fii madaa faanta jalaa

DHUKKUBA SUKKAARAA FI MADAA LUKAA – (Diabetic Foot Ulcer)

by Kedir Abdulatif

Balaa tasa nama mudatutti aansee fayyaa qaamaafii lubbuu baraaruuf jecha sababa miilli dhukkubsate nama irraa muramuuuf keessaa inni jalqabaa madaa koomee-lukaa nama Dhukkuba Sukkaaraa qabu irratti mudatuudha. Dhukkubsattoota Sukkaaraa keessaa %15 kan ta’an madaan kun isaan mudachuu danda’a.

Akkuma woliigalaatti xaxaawwan Dhukkubni Sukkaaraa namatti fidu garagaraa irraa ka’uun madaan nama Dhukkuba Sukkaaraa (DM) qabuu dafee fayyuu dhabuu, babaldhataa deemuu, Infeekshinii godhachuu, malaa guuruu, gara foonif lafeetti gad taruu fi haala salphaan foon gubbaa irratti du’uu (gangrene) godhachuuf daran saaxilamaadha.


Sababni uumaamuu madaa kanaa xaxaawwan dhukkubni sukkaaraa namatti fidu irraa kan dhufaniidha. isaanis:

Check Also

Iitawuu/dhiita’uu hiidda dhiiga lukaa

Maaltu dhibee kanaaf nama saaxila? 1. Saalan dubara ta’uu, 2. Furdina garmalee, 3. Ulfaa’uu, 4. …