OSFNA 2015 Commentator Abdi Mude Says, “Bishaan Dabre dhiisanii isa dhufu woraabu.”
Maqaan koo Abdii Muddee jedhama. Yeroo ammaa kanatti mana baruumsa Mankato state University jedhamutti digrii koo isa jalqabaa saayinsii compiitaraa/computer science yookiin immo information technology …
Read More »Baaraak Obaamaan yeroo Finfinnee turetti maal maal jedhe?
(awaashpost) Prezidaantiin Ameerikaa Baaraak Obaamaan haasawa bal’aa galma Gamtaa Afrikaatti argamee godheen dhimmoota heddu irratti xiyyeefateera. Haasofni isaa irra jireessatti dhimmoota nageenyaa, diinagdee, dimokraasii, mirgaafi …
Read More »Bifa, fii uffata namaa ilaalanii ni bareedda jechuun salphaadha
Hin dubbadhu jedheen ture. #Obaamaan erga gara biyya Itiyoophiyaa dhufee sa’aatiiwwan lakkoofsiseera. Namoonni baay’een oduu waa’ee dhufaatii Baarak Obamaa kana haasa’uu fi dhaadhessuu erga jalqabanii …
Read More »Kitaaba seenaa nabi Muhammad (NRIHJ) fi kitaabaa Hadiisa Bukhaariin Afaan Oromootti hiikame
Namni kitaaboota kana Afaan Oromootti hiike sheek Hassan Ma’aruuf Aadam Husseeniin
Read More »Dawwannaan Prezdaanti Ameerikaa Obamaa biyyoota Afrikaa lamaanii ergaa ciccimoo if keessaa qaba jedhu
Sakaallaan Moraa Qabsoo Bilisuummaa Oromoo Kessaa Cituutti Jira
Wiirtuu Lammeessaa irraa Addi Biliisummaa Oromon (ABO) buu’uurfama isaa irraa kaasee, bu’aa ba’ii dararaa irraa agaggamee sadarkaa haar’aa kana irra ga’uun isa ifa. Urraawiinsa ABO …
Read More »Obama criticised for calling Ethiopia’s government ‘democratically elected’
Barack Obama has been criticised by opposition groups and journalists in Ethiopia after referring to the country’s government as “democratically elected”, with one human rights …
Read More »ABOn jabaatu malee Carraan Oromoon qabu kan ‘native’ warra USA fii Canada ala hinta’u.
Qabsoon ummanni keenya roorroo diina jalaa bilisa ta’ee ulfinnaafi kabajaan jiraatuufi geeggeffamaa ture milkiin isaa bakka gayuu dhabullee injiffannooleen goonffatame kan akka salphatti shalagamuu miti. …
Read More »Toophiyaa: Basaasni Telecomii Mirga Dhala Namaa Balaa keessa galche
Hatattamaan gadhiifamuuf kan qophaawe Itoophiyaa: Basaasni Telecomii Mirga Dhala Namaa Balaa keessa galche Teeknoolojiin biyya ormaa mormitoota biyya keessaa fi alaa basaasuuf oola (Barliin, Bitootessa …
Read More »