Markaatoo Moo Agamsa Gubatee?
Guyyaa kaleessaa, 5-6-2015 , sa’aati 8:00 eegalee Finfinneen balaa ibiddaatin waaddamaaf sardamaa ooluun ni yaadatama. Guyyaa 11-1-2015 ammoo Hoteellii Finfinnee keessatti yeroo jalqabaatif ijaarramme #XayituHotel …
Read More »GUMACHAA OROMOONIF OMN GOTE 05/06/2015 SAUDI ARABIA NANNOO NANNOO RIYAAD IRRATI GUMACHAN AKKA NAMA HAWATU GODHAME 02:00 AMANTANA
GUMACHAA OROMOONIF OMN GOTE 05/06/2015 SAUDI ARABIA NANNOO NANNOO RIYAAD IRRATI GUMACHAN AKKA NAMA HAWATU GODHAME 02:00 AMANTANA Posted by Jaraan Jaraa Bilisumati on den …
Read More »Waancaan Kubbaa Miilaa Motummaa wayyaane fi Mormitota isii Jiddutti deemaa ture, Injiffannaa Wayyaaneen xumurame
Musliimmoota Mana Hiidhaa Shashamnee Irraa Yaaka Tokko Malee J’oota bay’eef hiraramaa turan Guyyaa Kaleesaa Hiidhaa Irra Hiikkaaman
Magaalaa Cirootti abbaa matii tokko hadhaa manaa fi joollee isaa bira butani ajjeesanii daggalatti darban
Magaalaa guddittii godina Harargee lixaa magaala Ciroo iddoo lakk. 9 jedhamtutti jiraataan oromoo tokko galgala kaleessaa dhoksaan halkan balbala caphsanii mana itti seenuun ilmaanii fi …
Read More »Ummata Oromootu hooggantoota dhaabbilee siyaasaa akka tokkooman kadhachuu qabamoo, hooggantoota dhaabbilee siyaasaa Oromootu tokkummaaf ummata Oromoo kadhachuu qaba?
Tokkummaan Oromoo hunda dursu akka qabuu fi daandiin qabsoo bilisummaa Oromoo galmaan gahuu danda’u tokkummaa Oromoo jabeessuu duwwaa akka ta’e beektotti Oromoo waggaa dheeraaf …
Read More »የኖርዌይና የስደተኞቻችን ፍልሚያ
-በአበራ ለማ የዛሬ አራት ዓመት በኖርዌይ ተቀስቅሶ የነበረው የ500 ጥገኝነት ጠያቂ ኢትዮጵያውያን ስደተኖች ጉዳይ በኦስሎ አንደኛ ደረጃ ፍርድ ቤት 127ኛ ችሎት በቅርቡ ሲታይ ሰንብቷል፡፡ ይህ …
Read More »From Seattle to Saudi Arabia, dangerous myths lure Ethiopian migrants
(Seattle Globalist) — Seattle has become one of the preferred destinations for Ethiopian immigrants. Some estimates say there are as many as ten thousand Ethiopians living …
Read More »OBS: QE’EE OROMOO – CALII CALANQOO
“DUBBII MIILLA BAKAR WAAREE, QABSAAWOTA MURTII GUTOOO “. FILMII HAAWWATAA FI SEENAA DHUGAA IRRATTI HUNDAA’EE. DAAWWADHAA
Read More »