Addi Bilisummaa Oromoo (ABOn) seenaa miseensota isaa sirriti beekaa.Kan waan gaarii hojjataan saba isaaniii biraatti kabajaan beekamuu. Worrii waan gadhee hojjataan ammoo akkasumaa gadhumaa isaanitiin …
Read More »Ethiopia is Africa’s biggest prisoner of journalists.
The regime has turned the country into a giant prison.
Read More »Ethiopia opposition says elections an ‘undemocratic disgrace’
Addis Ababa (AFP) – Ethiopia’s main opposition party on Friday condemned weekend elections, which saw the ruling party cruise back into office, as a “disgrace” …
Read More »Kabaja waggaa 1ffaa OMN magaalaa Jiddaa
Jeeqama ABO muddatee fi madda isaa
ABO fi qabsoon bilisummaa Oromoo jeeqama keessa turuunii fi jiraatuun waan haalamamuu miti. Jeqamni kun, dhokataa miti; ifaa dha; ija keenya dura jira. Akkuma Oromoon yoo …
Read More »Afoola Oromoo: Hibboo fii makmaaksa (kutaa Sadaffaa 300)
Ibsa Gurmuu Qabsaawota fi Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo (GQM-ABO) …
Guyyaa har’aa Caamsaa 20,2007 barattootni Yunivarsitii #BuleeHoraa Fincilaa Diddaa Gabrummaa haalaa namaa gammachiisun itti fufaniiru.
Walgahi ganamaa sa’aa saditti sababaa fincilaa waa’ee filmaatarratti ka’ee mari’achiisuf tattaaffi ergamtootni wayyaanee godhan harkaa fashaleessaniru. Akkumaa walgahiin kun jalqabeen, barattootni Oromoo gaafiwwaan armaan gadii …
Read More »Tokkummaa maqaa ABO jijjiiramaatin labsame ilaalchisee Ibsa ABO B/G/Kamaal Galchuun durfamu irraa keename.
Walii Galtee Hoogantoonni Qabsoo Oromoo Mooraa Qabsoo Oromoo Humneessuu fi Tokko taasisuu Irratti Taasisan Ilaalchisee, Ibsa Koree Sochii Fincila Oromoo (KSFO) Irraa Kenname.
Adeemsi qabsoo bilisummaaf taasifamu bu’aa ba’iiwwan jajjabaa fi hadhaahaa kan qabu yoo ta’u; bu’aa ba’iiwwan kanneen keessaas, yaadaan wal dhabuu qabsaa’otaa, addatti hoogantoota gidduutti …
Read More »