Namni Afaanii fii Aadaa isaa hin beeyne tokko an Oromoodha ofiin jechuun ……
Read More »RSO: Haala hama yeroo Ammaa baqattoota Oromoo Yamanii fii Afrikaa Kibbaaartti raawwatamaa jiru
Gaafiif deebisaa RSO waayee Gochaa suukanneessaa baqattoota Oromoo yeroo ammaa mudachaa jiru …
Read More »ODUU WAAYEE BAQATTOOTA OROMOO BIYYA YAMAN
BALAA LAMMIIWWAN OROMOO MUDATE 1. Suraaleen lamaan duraa dargaggoota Adan keessatti torbaan dabre dhawan mul’isan (maqaa fi bakki dhalotaa illee beekamee jira). 2. …
Read More »Irbuu Gootota Keenya Shinniggaa: Furmaata Hookkara Maqaa Amantiitiin Deemuutti Jiruu
Lammiileen Kiristiyaanaa Itoophiyaa irraa tahan 28 Liibiyaa geessatti bulguuwwan ISISiin gorra’amuun hunda keenya rifaasise. Torbaan lamaan tokko duras Keeniyaa Yuniversiitii Garrisaa keessatti tarkaanfii wal fakkaataatu …
Read More »~Du’a dheefa du’a dheeyxee?
Du’a dheefa, du’a dheyxee… Yaa lammikoo, karaa meeyxee ? Nama keessaa si filattee Goojjo teetii gad darbitee Qeheef maatiin gargar baaftee Lagaa gaaraan baaftee buuftee …
Read More »MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Lammaffaa
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, isa kutaa tokkoffaa keessatti isiniif dhiyaate akka argachuun duukaa-buutan abdiin qaba. Kunoo, ammammoo kutaa …
Read More »KUTAA 2ffaa SAGANTAA KEESSUMAA WA’EE LOLA ANNIYAA DAWADHAA SHOW MORE
B/J/ Kamaal Galchuu: “Qabsoon biyya keessaa finiinaa jirti”
Afoola Oromoo: Moggaasa Afaan Oromoo (kutaa 300 irraa ka duraa)
Baqqalaa Nagaa: Mootummaan kun ifiifuu harka isaatiin of ajjeesaa jira
https://youtu.be/nX2XzA9oHnw
Read More »