Abdulhakiim Ahmad January 24, 2015 at 7:47 am Qabsoon oromoo maaliif galma gahuu hanqayye kan jedhu jalatti haala qabsoo oromoo mudate hanga tokko ibsuu barbaada. …
Read More »“Korbeessi kun biiraa Haragee malee hin dhugu jedhu”
Ibsa Guyyaa Ayyaana WBO Ilaalchisee JTBO-ABO Yemen irraa kenname
Jaarmayaan Baqattoota Oromoo ABO Yemen Ammajjii 9-2015 Magaalaa Sana’aattii Hawaasa Oromoo Maraaf Waamicha Gochuudhaan Hirmaachisee Gaafa Ammajjii 9-2015 Sirna Hoo’aan Kabajee Ooleera Ayyaana Kana irratti …
Read More »Diraamaa: “Namni dhungatamu dhabeen an isa dhungadhaa”
Seenaa gabaabaa Jaal Durrii Muusaa (1945-2015)
Waajjirri Tokkummaa Baqattoota Hawaasa Oromoo Yaman, iyyata Lammummaa Oromummaa Gara..
Akkuma Beekamu Guyyaa Arraa 22/01/2015 Bulchaan Yaman (Abdurabo mansur hadi) fi Muumichi Ministera Biyyattii Sababii Jeequmsa Biyyattii keesa deemaa jiru isaanii oltehuudhaan Hujii gadhiisan, Sababa …
Read More »Utuun karaa deemuu mogoleen nabuutee…
Birkii Burqaa Kaleessaa Aduufi dadhabbiin afuura nafuutee,, na laaffiftee jennaan gaaddisatti gore. Kan olsiinii hin qabne yaa mana uumamaa,, yoo jala bulanii olaanis yaa jamaa,, …
Read More »Aadde Foolii Gorbaa: Gaafa San Oromoon keenya dhoqqeedha..ar’a hoo?
https://www.facebook.com/video.php?v=1527172164230856
Read More »RSO: Jaal Araarsoo Muussaa eenyu? nama akkami?
RSOtif waayee isaa warri dhiheenyaa fii qaamaan isa beekhan waay’ee isaa akkanatti ibsu…. TV Oromoo Torontoo Lagafatoo Studio
Read More »Dorgommii filannoo Abbaan-murtii Uummata ta’eef filannoowwan jiran hawaasni akka beeku gochuun dirqama miidiyaaleerraa eegamudha: Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa
(FBC) Filannoo Biyyaalessaa 5ffaa irratti waltajjii-marii Faanaa Biroodkaastiing Korporeet Boordii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waliin ta’uun qopheesse geggeeffamaa jira. Waltajjicha haasaan kan banan Af-yaa’iin Mana-maree Bakka-buutota Uummataa …
Read More »