Do not hesitate quite Work day and night We are created for that We Oromo’s “Qeerro” No one of us fear “Roorro” We do not …
Read More »Seenaa Gabaabaa Raggaasaa Jimmaa
Barataan Yuunivarsiitii Haramaayaa Hasan Huseen mana hidhaa mootummaa wayyaanee keessatti wareegame
Waxabajjii 03, 2014 Finfinnee Ajjeechaan ilmaan Oromoo keessumaa barattoota Oromoo irratti xiyyeeffatamuun tarkaanfiin fudhatamaa jiru itti fufee jira. Yuunivarsiitii Haramaayaa keessatti gaaffii abbaa biyyummaa gaafachuudhaan …
Read More »አባ ዱላና ከንቲባ ድሪባ የቁም እስረኛ ሆኑ፣ ፓስፖርታቸው ተቀማ
አባ ዱላ ገመዳና የአዲስ አበባ ከንቲባ ድሪባ ኩማ ፓስፖርታቸውን ተነጥቀው የቁም እስረኞች መሆናቸው ከተለያዩ ምንጮች እየወጡ ያሉ መረጃዎች አመልከተዋል። የጎልጉል ምንጮች ግን ኦህዴድ ውስጥ በከፍተኛ አመራሮች …
Read More »Garaaf jettee hin gowwoomin..
Hawwii Caalaa irraa | Waxabajjii 3, 2014 Garaaf jettee hin gowwoomin Qarshiif jettee hin gabroomin Dhugaaf du`i malee sobuuf hin jiraatin Sabaaf falmi malee sabatti …
Read More »Wayyaaneen ergamtoota isii lama paasporti harka fudhatte
Gabaasni Abbaa Duulaatifi Dirribaa Kumaatirraa paasportii fudhachuu kun, Wayyaanen duula Oromoo ukkamsuuf gootu kan marsaa lammataa eegaluu dhawwaaqa. Duula kana keessatti miseensotaafi hogganoota Dh. D.U.O …
Read More »#oromoprotests, Dararamuun Ummata keenyaa haa dhaabbatu!
#KellemWollega Zone, Lalo Kile WoredaGuyyaa har’aa (03/06/2014) ganama keessaa yeroo 9:30AM irratti oromiyaa poolisiin aanaa Laaloo Qilee irraa hojjetan daldalaa maqaan isaa ‘’ADDISUU AAGAA’’ jedhamu, …
Read More »Waamicha Tokkummaa Gurmuu Qabsaawoota Oromoo
ADDA BILISUMMAA OROMOO Haalli yeroo ammaa oromoo fioromiyaankeessajiru,yeroo kamuu caalaa diinni bitaa fimirgaan ummata oromoo irratti duuluudhaan, egeree sabaaf wabii kan ta’an, barattoota, beektota, …
Read More »Dhalootni Qubee bu’aa QBO ti malee kan polotikaan gosaa dhalchee miti
Abdii Boruutiin Yeroo hunda, dhimmi uummata Oromoo ykn waayeen qabsoo bilisummaa isaa yoo ka’u, Habashootni, waan kana busheessuuf jedhanii siyaasaa ykn polotikaa gosaa …
Read More »#OromoProtests in Aden, Yemen; in Nebraska, USA
#OromoProtests in Aden Republic of Yemen On 10 May 2014 A Somali speaks at #OromoProtests in Nebraska
Read More »