Abdii Boruutiin Waan ta’e fi dalagamee dabre ofduuba garagalanii ilaaluu fi hubachuudhaan, kan dabrerraa barachuun, waan gara fuulduraatti hojjetamuutiif murteessaa ta’a. …
Read More »
Abdii Boruutiin Waan ta’e fi dalagamee dabre ofduuba garagalanii ilaaluu fi hubachuudhaan, kan dabrerraa barachuun, waan gara fuulduraatti hojjetamuutiif murteessaa ta’a. …
Read More »Abdii Boruutiin Dubbistootni barruu kanaa waayee kana hin beekan yookaanis isaaniif kun haaraa dha jedhee otuu hin taane, barreeffama kanaaf seensa akka ta’an, mee …
Read More »Abdii Boruutiin Waayeen Irreessaa (Irreechaa) yoo ka’u, beekaniis ta’ee otuu hin beekin namootni baay’een amantii wajjin walitti hidhanii karaa tokkoon qofaa …
Read More »Abdii Boruutiin Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) kan eegale, biyyi teenya Oromiyaan Minilikiin weeraramtee; erga uummatni ykn sabni keenya gabrummaa Habashaa jalatti …
Read More »Abdii Boruutiin Barreeffama mata-duree “QBO: Ammaas carraan biraa akka nu hin dabarre” jedhu keessatti, yaada fi ilaalcha siyaasaa yeroo ammaa mooraa …
Read More »Abdii Boruutiin Mata duree kanaan barreeffama gabaabaa kana akkan dhiyeessu kan na taasise. Du’a abbaa-irree Mallasaa ilaalchisee mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo …
Read More »Abdii Boruutiin Haa turu haa daddafu malee, hammuma fedhee humna jabaa qabaatus, kufaatiin mootummaa cunqursaa fi abbaa-irree tokkoo waan hafuu miti. Uummata …
Read More »Abdii Boruutiin Qabsoo bilisummaa saba tokkootti, keessa fi alaan rakkoolee fi gufuuleen adda addaa heddoomuun waan haaraa ta’uu baatullee, kan keenyaa, kan …
Read More »Abdii Boruutiin Yoo jechootni soban suuraaleen hin soban. Wanti kaameeraan kaasu tokko waan ijaan argamu fi lafarra jiru malee, waaan hin argamne …
Read More »