Nuti hoggantootni dhaabotii siyaasaa Oromoo bilisaa asii gaditti mallattoon keenya mul’atu duguuggaa sanyii mootummaan Wayyaanee nannoo Bushooftuu, Harargee, Walloo, Baalee, Boorana, Gujii, fi akkasumas …
Read More »34 truck loads of Oromos deported from Somali region by the military has just arrived in Chinakson.
Ilmaan Oromoo Humnaan Soomaliyaa kheessaa yaafamaa jiran
Sirna Awwaalcha Dargaggoo Abdujabbaar Mahammed Ussoo ilaalchise Dhaamsa Qeerroo aanaa Gooroo Guutuu tiif
Hiriira Mormii Biyyoolessaa Qeerroon Waamame Ilaalchisee Ibsa Ejjannoo Gurmuu Deeggarsa Koongiressii Federaalawa Oromoo Idil Addunyaa irree Kenname
Fulbaana 12, 2017 Seensa baatii Hagayyaa (August ) irraa kaasee Humni addaa Liyyuu Hayil jedhamuudhaan beekkamu kan Humna ittisaa mootummaa Itoophiyaatiin hidhachiifamee fi hoogganamu daangaa …
Read More »Jawwar Mohammed irraa “WAAMICHA”
1) Mootummaa naannoo Oromiyaatiif:- Akkuma waliinuu argaa jirru weerarri daangaa keenya irratti bifa haarayaan baname Godinoota shananuu waliin gahuun lubbuu saba keenya hedduu galafataa jira. Ummanniifi …
Read More »Ibsa: Tokkummaa Humnoota Bilisummaa Oromiyaa(THBO/ULFO) irraa kanname:
Imaammataa fi weerara Shanyi Duguggaa Addi Bilisummaa Ummata Tigree(ABUT/TPLF) fi kittillayyoonni isaani Ummata Oromo Bahaa fi Kibba qubatu irratti bane ilaalchisee. Birraa 10, 2017 Addi …
Read More »Sirnoota shan uumanni Oromoo ittiin Oromiyaa Naannummeessu:-
Betru Dibaba ______________________________________________ Sirna federaalizimii Itoophiyaa keessatti, mootummoonni Federaalaa fi Naannolee aangoowwan qaban guutuu fi wal qixa. Guutummaa fi walqixxummaan aangoowwan mootummoota kanneenii guutummaa fi …
Read More »At least 100 people have died on this senseless conflict instigated by the regime.
The areas marked red or those being invaded by Weyane’s Liyu Police in the last few days. At least 100 people have died on this …
Read More »Freemuse calls on Ethiopian authorities to drop charges against artists
Ethiopian authorities charged seven artists – musicians and dancers – with terrorism in late June 2017 for producing and uploading “inciting” political songs and videos, …
Read More »