Oduu Haaraya

Shanyi duguuggaa faashistooni mootumaa Wayyaanee ummata Oromoo kan nagayaan Ayyaanaa Irreechaa Bara 2016 ayyaaneefataa jiru irratti raawwate laalchisee labsa ABO fi THBO baasan

 

Onkololeessa 2, 2016

Ummanni Oromoo Oromiyaa mara keessaa wali yaa’ee, Hora-Arsadee, Bishooftuu,

Oromiyaa keessatti Irreecha wagga waggaan ayyaaneefata. Ayyaana Irreechaa kan bara

2016 kana jeequuf shiftoonni Wayyaanee fi kittallayyooni isaani dhagaan isaan gara hin-
galchin hin turre. Ummanni keenyaas jeequmsa isaani kanaaf osoo harka hin kannatin

cichoominaan guyyaa ayyaana Irreechaa bara 2016 gahan. Hora ummanni keenya itti

yaa’ee ayyaana isaa itti kabajatutillee jala chufanii waltajjii san booreessu fi ummata

Oromoo jeequ jalqaban. Waan duraanu ayyaana kana diiguu fi balleessuf qophaawanii

jiraniif, ayyaana ummata Oromoo biratti kabajaa guddaa qabu facaasanii dirree lolaatti

geeddaran.

Shiftoonni Wayyaanee fi kittallayyooni isaani akkuma amala isaani lola ulee, rasaasaa fi

taankii fii helikoophtarillee dabalatee, ummata nagayaan harka duwwaa ayyaanichaaf wali

dhufe irratti lola shanyi duguuggaa banan. Ummata lakkoofsaan kumaatamaan hedduu

irratti qawwee isaani gara galchuun, ajjeechaa suukanneessa, gochaa bineessummaa,

hammeenyaa fi jibbansaan guutame raawwatan.

Wayyaanee fi kittillayyoonni isaanii weeraara Oromoota irratti bananiin, namooni 678 lubbu

isaani dhaban, 423 madaawanii jireenyi isaan haalan mamii irran jira, akkasuma 870 kan

ta’an madaawani wal’aansamalee jiran. Saba keenya dhibbataan galaafatamtee fi

dhibbantaan madaaweef ni gaddina. Shororkiisitu motummaa Wayyaanee haalan

balaaleffana. Ayyaanni Irreecha kan Bara 2016 gaddaan yaadanna. Seenaa Oromoo

keessattiis akkasitti galmeeffana. Wareegamni qaalii kun qaama qabsoo bilisummaa tahuu

yaadachuudhaan ABO fi THBO ummata isaa waliin qabsoo gabrummaa hundeen buqqaasuu

itti fufana.

Waamicha:

Qeeroon Oromoo hanga har’aatti karaa nagaatin falmatulee, dhumaatin isaan daraan caalaa

waan dhufeef, haalli qabsoon abbaa biyyummaa isaan itti gaggeessan jijjiirraa horachuun

akka irra jiru isaan yaadachiisa, ammaan booda akka sirna Gadaatti of ijaaranii, balaa

isaanitti akkasumas saba isaanii Oromoo irratti aggamamaa jiru humna hidhannootin akka

ittisaniif yaadachiifna.

WWW.OROMOLIBERATIONFRONT.NET WWW.ULFO.ORG

Seera-beektoni Oromoo hatattamaan gaggeesitoota sirna Wayyaanee

 

PRESS RELEASE October 2, 2016 Joint OLF and ULFO Statement on the Ethiopian Regime’s Mass Murder at the Irreechaa Festival on October 2, 2016 We strongly condemn the brutal acts of state terrorism by the fascist TPLF regime on the Oromo people who were peacefully celebrating the United Nations Educational, Scientific and Cultural Organization (UNESCO) recognised Thanksgiving religious festival known as Irreechaa, at the holy site of Lake Arsadi, Bishoftu, Oromia, on October 2, 2016. The fascist TPLF regime has unleashed yet again unprovoked deadly all-out attack on Oromo civilians, as the result of which, so far, over 500 people are confirmed dead and at least 400 sustained life threatening injuries and fighting for their lives and close to a thousand people are seriously injured. The regime’s notorious special force known as the Agazi killing squad used live ammunitions and teargas indiscriminately against defenceless and innocent civilians.

With the ground force supported by helicopter gunship and armoured vehicles mounted with machine guns, the Agazi mercilessly massacred the Oromo people on their Holy site. Such a heinous crime was committed in front of local and world media. The regime has targeted the Oromo youth in its attempt to silence the ongoing peaceful protest in Oromia for a very long time. We call up on the Oromo youth to switch this method of the struggle against the regime. As the TPLF-led regime has long declared a genocidal war against the Oromo nation and, in effect, it has been overly and covertly conducting this war on the nation, it is high time that you organise yourselves according to the Oromo Gada tradition and defend yourselves and your nation by fighting fire with fire, the only language this backward regime understands.

We call up on Oromo legal experts to draft a case to be filed at the International Criminal Court (ICC) charging the regime’s officials, including the head of the regime Hailemariam Desalegn, who publically ordered the “brutal crackdown”, Abay Tshaye, who openly declared war on the Oromo people, Getachew Reda who demonised the entire Oromo nation by publically calling them “demons”, therefore justifying mass murder in Oromia, and Samora Yunis, who is the Chief of Staff of the Ethiopian armed forces, Mohammed Esha, commander of the Agazi Special Force, for war crime and crime against humanity. We also call up on the United Nations Security Council to pass a weighed resolution on the barbaric regime in Ethiopia and take practical steps to avert the looming epic catastrophe in Oromia and the Horn of Africa at large.

Finally, we call up on the great Oromo nation to never waiver from your goal of liberation but redouble your efforts in supporting the resistance in order to assure the survival of Oromia by any means necessary. We reaffirm our commitment to stand by our people and pay the necessary sacrifice and intensify the national struggle for the liberation of Oromia. Unity is strength! Oromia shall be free!

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …