Gantuu garaa qofaa Dhagayi Siif himee…
Gariin mataan du’ee Qaata awwaalmee. Seenaa tokko hinqabuu ilma abaaramee. Rabbi nurraa darbee Nukeessaa haqamee. Garii hin agarree Bakka isiin buutee. Lubbuun ima jirti Ufii …
Read More »Walgayiin jilli OPDO Meelboornetti taa’uuf karoorfame fashale jedhu
Minnesotaafi OPDO Jilli OPDO kan Wayyaaneen gara biyya alaa bobbaafte mormii cimaan isa qunnaamuu gabaasota dhihaatan irraa argaa jirra. Warri Melbourne guutumatti walgahichi akka hafu …
Read More »Minnesotaafi OPDO – Jawar Mohammed
Jilli OPDO kan Wayyaaneen gara biyya alaa bobbaafte mormii cimaan isa qunnaamuu gabaasota dhihaatan irraa argaa jirra. Warri Melbourne guutumatti walgahichi akka hafu gochuun yoo …
Read More »Abbaa Duulaa gaazeexeessitoota OMN wliin qanani’aa jira jedhu..
OMN crew having dinner with Abba Dulla while Australian Community
https://www.facebook.com/video.php?v=771185486298513 February 1, 2015 (GiDira Vs EbiSa – Facebook) — It reminds me one of those employee appreciation day when your https://www.facebook.com/video.php?v=436014423216742 higher boss …
Read More »Abbaa-duulaa Gammadaa is in MN
Nageessaa Oddoo Duubee ==========================It has been more than a week since the news of the visit of OPDO officials became public. The controversy between one …
Read More »Dorgommii filannoo Abbaan-murtii Uummata ta’eef filannoowwan jiran hawaasni akka beeku gochuun dirqama miidiyaaleerraa eegamudha: Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa
(FBC) Filannoo Biyyaalessaa 5ffaa irratti waltajjii-marii Faanaa Biroodkaastiing Korporeet Boordii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waliin ta’uun qopheesse geggeeffamaa jira. Waltajjicha haasaan kan banan Af-yaa’iin Mana-maree Bakka-buutota Uummataa …
Read More »Abbaa Duulaa fii Sa’uudiin shamarraan Toophiyaa fii Oromiyaa akka araboota kaddaman waliigalan
President of the Ethiopian Parliament Abadolla Jamda confirmed the existence of agreements between the Saudi and Ethiopian governments to recruit domestic labor to work in …
Read More »Cunfaa waayee Abbaa Dulaa Gammadaa Magaalaa Mummitti Sa’udii Riyaaditti tahe
Hegeree Oromiyaatiin Sochii Dura taa’aan Parlamaana Ethiopia Abbaa Dulaa Gammadaa Magaalaa Mummitti Sa’udii Riyaaditti gadgeysaa jiru faana bune gabaasa maddeen kenyarraa nu dhaqqaban isin biraan …
Read More »