https://www.facebook.com/video.php?v=830488567013477
Read More »Toltuu Tufaa, Porojeektii Afaanii fi Eennummaa Oromoo Addunyaatti Guddisuuf Jalqabde, ‘Afan Publications’ Eebbisiisuutti Jirti
WASHINGTON,DC— Gaafa tokkoo manii barumsaa tokko ijoollee cufaan afaan keessaniin suuraa kaasaa,wa barreessaa kootta jedhe,jennaan daahimii tokko dadhabe maaliif akka dadhabe gale maatii isaa gaafate. …
Read More »Afaan Oromoo Afaan Hoji Biyoolessa akka ta’uu hafalmannuu
Afaan Oromoof Haa dirmanuu Ijooleen Habasha (OPDOn) gartun yaakkamtun kun harree oftee diina Oromiyyaa galchuusheti bara 1991 kassee ummaati keenya balaleefata jira. OPDOn garuu kan …
Read More »Afaan Afaan Oromoo dha..
Shaakala Afaan Oromoo kana itti of ilaali
Barumsa afaan Oromoo Shaakaluuf As Tuqaa Hubachiisaa!! jechoonni baruumsa kana keessatti itti gargaaramne garri tokko kan Taammanaa Bitimaa ti Kabajamtoota daawwattootaa fii dubbistoota marsaa kanaa …
Read More »Barnoota qubee Afaan Oromoo kutaa duraa
Oduu lola naannoo Anniyyaa
Waraanni Ogaden kani Wayyaaneen Liyyuu Poolis jettuu Oromoo Gammoojjii Anniyyaa weeyrare. Oduun naannoo Qumbii qubsuma Oromoo Anniyyaatii baatu akka mirkaneeysitutti, hidhattoonni Liyyuu Poolis kani Wayyaneen …
Read More »Afaan Oromoo dur hacuuccaa diinaatu duubatti isa hanbise, har’a hoo maaltu duubatti isa hanbisa?
Abdii Boruutiin Akkuma beekamu, Afaan Oromoo bar-dhibbee tokkoo ol hacuuccaa ykn cunqursa diinaa jala waan tureef; akkasumas otuu ittiin hin barreessamin …
Read More »