WARREEN WAAN JOHAR MUHAMMED TUQAMEEF DHAABARRAA UFBAAFTEE JETTANII KEESSAN NA GAAFATTAN HUNDAAF DEEBISAA KIYYA. Ani Johar Muhammed tuqame jedhee murtii kana hinfudhanne. Sababni dhaaba ABO …
Read More »Naggaadeen alaabaa ar’aas waanuma kalee irra deebi’uun gad jabeessite
Ibsa Dabalataa Kan ABO- Dhimma Alaabaa Ilaalchisee Waxabajjii 9, 2022 ABOn, xalayaa gaafa 06-06-2022 lakk.022/xly-abo/2022 gara Partii Kongiresii Federaalawaa Oromoo (KFO) barresseen haalli itti fayyadama …
Read More »Daawud Ibsaa KFOn faajjii ABO akka itti hin gargaaramne akeekkachiise
BUBBULTUS SEENAAN NAMA HIN IRRAANFATTU!
Nama qooda guddaa qabsoo Oromootiif gumaachee, garuu waa’een isaa hin himamin yoo jiraate nama suuraa irratti argitan kana; Mohammad Umar Qaadii jedhama. Mohammad Umar …
Read More »Aasxaa fi Alaabaa Kallacha Walabummaa Oromiyaa (KWO/OIF) labsuu.
Aasxaa Kallacha Walbummaa Oromiyaa (KWO/OIF) Alaabaa Kallacha Walabummaa Oromiyaa (KWO/OIF Hagayya 2, 2015 Ummanni Oromoo gabrrummaa jalatti erga kufee kaasee gaaf tokkollee tole jedhee …
Read More »Alaaba Oromoo Ibsiitu dukkanaa, guyyaa si dhabbannee gabrummarraa baanaa!!
Ilmaan Oromoo hundaaf
Duraan dursee, baga bara haaraan isin gahe. Barri haaraan kan fayyaa, nagaa, gammachuu fi akkasumas kan tokkummaan ilmaan Oromoo itti milkaawu fi humni keenyas …
Read More »