Mirgaanis Bitaanis deemtu fuulduratti sibaasa!
Read More »Ummanni Oromoo jechoota Abiyyi dubbateen sobamuu hin qabu
M/Minsteeraa ta’uu kootu hafa malee Ummanni Oromoo waan isaaf malu dhabuu hin qabu. Ummanni Oromoo baayyinni isaa 35% ta’ee fi biyya kana keessatti sochii ijaarsa …
Read More »“Hoggontoonni keenya afaaniin walbummaa fii bilisummaa Oromiyaa jedhaa isin sobaa turan”
Haxeerarrii Hasawa Jawaar Mohammed kan guyyaa arraa magaalaa guddoo biyya Suweedin Stookholmitti godhe keessaa hanga tokkko 1ffaa An isin sobuu hin barbaadu, sobaan akka harka …
Read More »“Alaabaan ABO, Mallattoo, Fakkii fi Qabeenya ABO fi Ummata Oromooti!
Ani Johar Muhammed tuqame jedhee murtii kana hinfudhanne.
WARREEN WAAN JOHAR MUHAMMED TUQAMEEF DHAABARRAA UFBAAFTEE JETTANII KEESSAN NA GAAFATTAN HUNDAAF DEEBISAA KIYYA. Ani Johar Muhammed tuqame jedhee murtii kana hinfudhanne. Sababni dhaaba ABO …
Read More »Naggaadeen alaabaa ar’aas waanuma kalee irra deebi’uun gad jabeessite
Ibsa Dabalataa Kan ABO- Dhimma Alaabaa Ilaalchisee Waxabajjii 9, 2022 ABOn, xalayaa gaafa 06-06-2022 lakk.022/xly-abo/2022 gara Partii Kongiresii Federaalawaa Oromoo (KFO) barresseen haalli itti fayyadama …
Read More »#OromoProtest, underway West Arsi Wabe
Jeeqama ABO muddatee fi madda isaa
ABO fi qabsoon bilisummaa Oromoo jeeqama keessa turuunii fi jiraatuun waan haalamamuu miti. Jeqamni kun, dhokataa miti; ifaa dha; ija keenya dura jira. Akkuma Oromoon yoo …
Read More »Galmee Seenaa Irraa: Obb. leencoo Lataa gaafiif deebisaa waayee filmaata wayyanee asin duraa laalcisee
Rakkoo ilmi namaa uume ilmuma namaatu fala itti kenna
Gufuu qabsoo bilisummaa Oromootti baayyachaa jiruuf falli tokkichi, Oromoo fi Oromoon hojii manaa keenya sirnaan dalaguun, kan beellama itti qabannu miti. Keessumaa dhaabbileen siyaasaa……………… Sochii …
Read More »